Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojii Kalaqa Daldalaa fi Damee Innooveeshiniirratti hojjetaman ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Hojii Kalaqa Daldalaa fi Damee Innooveeshiniirratti hojjetaman gara qabatamaatti jijjiiruuf mariin gaggeeffameera.
Hoggantoonni olaanoon Ministeera…
Sadarkaa qabiyyeetti sanadni waliigaltee Naayiroobii fi Piriitooriyaa garaagarummaa hin qabu –…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Sadarkaa qabiyyeetti sanadni waliigaltee Naayiroobii fi Piriitooriyaa garaagarummaa kan hin qabne ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 86 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaa qaxxaamuruun Afrikaa Kibbaa ce’uuf yaalan qaamolee nageenyaan to’atamanii mana hidhaa keessa turan 86 gara biyyaa…
Godina Jimmaa Aanaalee garaagaratti Qamadii Jallisiin misoomsuuf facaasaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaalee garaagaraatti Qamadii Jallisiin Misoomsuuf Facaasaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Aanaa Manchootti qamadii lafa hektaara…
Lakkoofsi lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadanii daraan olaanaa ta’uu korichi beeksise
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Lakkoofsi lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadanii daraan olaanaa ta’uu Koreen Ittisa Balaa biyyaalessaa fi Qophummaa beeksise.
koreen Ittisa Balaa…
Tajaajila tola ooltummaa Bonaan baasii Birrii biiliyoona 2tti tilmaamamu oolchuuf ni hojjetama –…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Tajaajila kenna tola ooltummaa Bonaan baasii Birrii biiliyoona 2tti tilmaamamu oolchuuf kan hojjetamu ta’uu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.…
Manni Murtii Aadaa rakkoolee Nageenyaafi Hawaasummaa furuuf ga’ee olaanaa qaba jedhame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Manni Murtii Aadaa rakkoolee Nageenyaafi Hawaasummaa furuuf keessatti ga’ee olaanaa ba’achaa jiraachuu ibsameera.
Itti…
Waggaa lama booda yaaliin balallii jalqabaa gara Shireetti taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Waggaa lama booda yaaliin xiyyaaraan deeggarsa namooma dhiyeessuu har’a gara Shireetti taasiifamuu ibsameera.
Balalliin kun eegaluun isaa dhiyeessii…
Sagantaan Nyaataa Addunyaa konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an gara naannoo Tigraay seenuu…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Sagantaan Nyaataa Addunyaa konkolaattoonni gurguddoon deeggarsa namoomaa fe’an gara naannoo Tigraay seenuu beeksiiseera.
Konkolaattoonni kunneen erga…