Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Sidaamaatti sagantaan beeksisa duula misoomaa “Leemaat Tiruufaat” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Naannoo Sidaamaa aanaa Bashaadiinootti sagantaan beeksisa duula misoomaa “Leemaat Tiruufaat” gaggeeffameera.
Saganticharratti pireezidaantii naammichaa…
Ministiroonnii fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Xaaliyaanii Paarkii Indaastirii Kombolchaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Xaaliyaanii fi Ministiroonni Paarkii Indaastirii Kombolchaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Ministira Ministeera…
Obbo Ristuu Yirdaan bakka bu’oota Fandii Uummataa DhMGfi Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliin…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan bakka bu’oota Fandii Uummataa DhMGfi Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliin mari’ataniiru.…
Qooda Ityoo-Telekoom %40 damee dhuunfaaf gurguruuf har’aa eegalee caalbaasiin idil addunyaa ni…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Mootummaan Telekoomii 3ffaa dhuunfaaf dabarsuuf dhabbileen Telekoomii Idil Addunyaa akka itti hirmaatan waamicha dhiyeesseera.
Qooda Ityoo Telekoom %40…
Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz Yaa’ii Ariifachiisaa 7ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz Yaa’ii Ariifachiisaa 7ffaa Waggaa 5ffaa bara hojii 8ffaa guyyaa har’aa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa…
Aanaa Qarsaatti Doolaarri kumni 40 ol seeraan alaa dabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti Doolaarri Ameerikaa Seeraan alaa daddabarfamaa ture kumni 40 fi 75 to’atame.
Maallaqni kun konkolaataa deddeebisaa…
Konkolaattonni deeggarsaa meeshaalee wal’aansaa fe’an Maqalee ga’uu Korichi ibse
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Konkolaatonni lama deeggarsa meeshaalee wal’aansaa fe’uun Naannoo Tigiraay Maqalee ga’uu Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa dame Ityoophiyaa ibse.
Korichi…
Noorwey eegumsa naannawaarratti Ityoophiyaa waliin walta’iinsa qabdu cimsitee akka itti fuftu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Noorweey eegumsa naannawaa fi ittisa jijjiirama qabeenyaa qilleensaarratti Ityoophiyaa waliin walta’iinsa qabdu cimsitee akka itti fuftu ibsite.…
Yaa’iin bulchiinsa interneetii 17ffaan Ityoophiyaaf bu’aalee hedduu fida jedhame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Yaa’iin bulchiinsa interneetii 17ffaan Ityoophiyaaf bu’aalee hedduu akka fidu ibsame.
Yaa’icha ilaalchisuun qaamoleen dhimmichi ilaallatuu ibsa…
Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa raawwatame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee raawwatameera.
Sababa yakka waliin dhahuu raawwatameen haqamee kan ture sirni carraa…