Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa raawwatame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee raawwatameera.
Sababa yakka waliin dhahuu raawwatameen haqamee kan ture sirni carraa…
Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna – Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen.…
Faayidaa Ityoophiyaaf jecha lafti nuti nageenya barbaacha hindeemne hinjiru-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, faayidaa Ityoophiyaa kabajchisuuf jecha lafti nageenya barbaacha hin adeemamne hinjiru jedhan.
Muummeen ministiraa…
Mariin biyyaalessaa rakkoolee keenya %80 ni fura-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Mariin Biyyaalessaa rakkoolee baroota dheeraa Ityoophiyaa keessatti sukkumaamaa jiran %80 akka furu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan.
Mummeen…
Waliigaltee nageenya taasiifame hordofee lammiileen gammachuu guddaa keessa jiru – Raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa biyyaa waligaltee Nageenyaa Mootuummaa fi ABUT gidduutti taasifame ilaalchisee bakka buutoota Raayyaa Ittisaa biyyoota garagaraaraaf ibsa…
MM Abiy Ahimad gaaffiilee dameewwan garaagarratti ka’aniif deebii laataniiru
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee dameewwan garaagaraarratti miseensota Mana Maree bakka bu’oota ummataarraa ka’aniif deebii laataniiru.…
Naannoo Afaaritti sagantaan beeksisa duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ gaggeeffame
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Naannoo Afaar magaalaa Awaashitti sagantaan beeksisa duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ guyyaa har’aa gaggeeffameera.
Saganticharratti kan argaman…
Obbo Adam Faaraahi Aanaa Giimbootti sagantaalee duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ daawwatan
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti sagantaalee duula…
Dhaabbileen nageenya odeeffannoo Ityoophiyaafi Keeniyaa yakkoota garaagaraa waloon ittisuuf…
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Dhaabbileen nageenya odeeffannoo Ityoophiyaafi Keeniyaa shororkeessummaa, daddabarsa namaa seeraan alaafi yakkoota qindaa’an waloon ittisuuf waliigaluu…
Naannoon Somaalee lammiilee miidhaman deebisanii ijaaruuf deeggarsa kan taasisu ta’uu ibse
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Naannoon Somaalee lammiileefi bu’uuraalee misoomaa kaaba biyyattiitti sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii dhaabuuf taattaaffii taasifamuuf…