Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raashiyaan hariiroo Afrikaa waliin qabdu cimsuuf hojjechaa jirti jedhame
Finfinnee,Sadaasa, 5 2015,(FBC)- Raashiyaan hariiroo Afrikaa waliin qabdu daran cimsuuf hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Ministira Ministeera Dhimma Alaafi Gorsaan Pireezidaantii Biyyattii…
Hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaaf hundi ga’eesaa ba’achuu qaba- Hoggantoota olaanoo mootummaa
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa Mootummaa fI ABUT gidduutti mallatteeffameef hundi ga’eesaa ba’achuu akka qabu Hoggantoonni olaanoo mootummaa ibsan.…
Oomishaalee daldala alaa Ityoophiyaa guddisuuf walta’iinsaan ni hojjenna- ETIAK
Finfinnee,Sadaasa, 5 2015,(FBC)- Oomishaalee daldala alaa Ityoophiyaa guddisuuf walta’iinsaan kan hojjetu ta’uu Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa ibse.
Qulqullinni oomishaalee…
Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa lammiilee kuma 42f deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa Godina Waaghumraatti lammiilee kuma 42f deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee nyaataan alaa taasisuu beeksiseera.…
Manneen Riil Isteetii lammiilee galii gadi aanaa argatan giddugala akka taasisan gafaatame
Finfinnee,Sadaasa, 5 2015,(FBC)- Manneen Riil Isteetiin ijaaraman lammiilee galii olaanaa qaban qofaa osoo hin taane laammilee galii gadi aanaafi giddugaleessa argatan hirmaachisuu akka…
Carraan manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee haqamee ture boru ni ba’a
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Carraan manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee haqamee ture guyyaa boruu irra deebiin kan ba’u ta’uu bulchiinsi magaalichaa beeksise.
Manneen waliin…
Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa Istaambuliitti raawwatameen miidhaa qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Dhohiinsa gidduugala Istaambuliitti qaqqabeen miidhaa ga’eef gaddi itti dhaga’amuu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI ibsa baaseen eereera.
Dhohiinsa qaqqabe…
Komishinar Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadish waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadish Naazruul Islaamaan waliin mari’ataniiru.…
Guyyaan barsiisoota adduunyaa Yuunivarsiitii Jimmaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Guyyaan barsiisoota adduunyaa mata duree "Ce’umsii barumsaa barsiisotaan eegala" jedhuun Yuunivarsiitii Jimmaatti kabajamaa jira.
Pireezidaantiin Waldaa…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa borii gaaffilee miseensota Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa ni kennuu.
Guyyaa…