Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa borii gaaffilee miseensota Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa ni kennuu.
Guyyaa…
Jilli Tajaajila Nageenya Biyyaalessaa Keeniyaa BOBI daawwate
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Jilli Daayrektara Tajaajila Odeeffannoo Biyyaalessaa Keeniyaa Dooktar Saayifuu Saaliim Sulayimaaniin durfamu Bulchiinsa Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Tajaajila si’ataa, qulqulluufi haqa qabeessa argachuun mirga lammiileeti – BKMNO
Finfinnee, Sadaas 5, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Tajaajila si'ataa, qulqulluufi haqa qabeessa argachuun mirga…
Koomishinii Olaanaan Godaantotaa DhMG deeggarsa Gambeellaatti taasisu cimsee akka itti fufu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Koomishiniin Olaanaan Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa Naannoo Gambeellaatti taasisu cimsee akka itti fufu Daayrektarri Dhiyeessii…
Naannoo Kibbaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 679’n ijaaraman eebbisiifaman
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti piroojektoonni baasii Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 79’n ijaaraman eebbisiifamuu Biiroon Leenjii Barnoota …
Fooramiin walitti hidhamiinsa Diinagdee Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Fooramiin Diinagdee walitti hidhamiinsaa Biiznasii fi Biiznasii, mootummaa fi Biiznasii, Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti xiyyeeffate hundaa'eera.…
Jilli FDRI hojiirra oolmaa karoora waliigaltee Piritooriyaa irratti Naayiroobiitti mari’achaa ture…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Jilli FDRI hojiirra oolmaa karoora waliigaltee Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti mallatteeffame irratti guyyoottaniif Keeniyaa Naayiroobiitti mari’achaa ture…
Hojii deebisanii ijaaruuf naannichi deeggarsa barbaachisaa ni taasisa- Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Sababa Walitti bu’iinsa kaaba biyyattiin kutaalee hawaasaa miidhaman deebisanii dhaabuuf naannoon Hararii deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu…
Deeggarsa namoomaafi bu’uuraalee misoomaa deebisanii ijaaruuf deeggarsi Birrii miiliyoona 21…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Miseensonni diyaaspooraa Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraatan walitti bu’iinsa kaaba biyyattiitti uumamee ture hordofee lammiilee miidhamaniif deeggarsa…
Hariiroon Ityoophiyaafi Chaayinaa qajeeltoo bilisummaa imaammataa kan kabajedha- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Hariiroon tarsiimawaa Ityoophiyaan Chaayinaa waliin qabdu qajeeltoo bilisummaa imaammataa kabajerratti kan hundaa’e ta’uu Chaayinaatti Ambaasaaddarri…