Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen nageenyaa mallatteeffame investimantii Ityoophiyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Waliigalteen nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffame investimantii Ityoophiyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu Komishiniin Invastimantii…
Piroojektiiwwan jallisii yeroon akka xumuramaniif sirni hordoffiifi to’annoo ni diriirfama- Injinar…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Piroojektiiwwan jallisii yeroon akka xumuramaniif sirni hordoffiifi to’annoo kan diriirfamu ta’uu Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii…
Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektii riqicha Impeeriyaal daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen sadarkaa ijaarsa Piroojektii riqicha ce’umsa daandii Impeeriyaal daawwataniiru.
Aadde Adaanach…
Ityoophiyaan obsaa fi of eeggannoon murtoo ijoollee ishee hundaaf fayyadu murteessaa jirti –…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan obsaa fi of eeggannoon murtoo ijoollee ishee hundaaf fayyadu murteessaa jirti jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta’aniin badhaatuudha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta'aniin badhaatuu waan taateef kuduraalee fi muduraalee kamiiyyuu oomishuu ni dandeenya jedhan Muummeen…
Waliigalteen nageenyaa daandii karoorfameen akka hojiirra oolu mootummaan hojjechaa jira-TKM
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)- Waliigalteen nageenyaa daandii karoorfameen akka hojiirra ooluuf mootummaan hojjechaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Balaa konkolaataa Aanaa Cirootti mudateen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Cirootti balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 8 darbuun eerame.
Balaan mudate kun konkolaataa deddeebisaa ummataa…
Hoggantoota fi faddaaltota, Kondomiiniyamii 11 faayidaaf oolfatan to’atamuun qoratamaa jiru-Poolisii
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)- ‘Kaafamtoota misoomaati’ jechuun sanada sobaa qopheessuun manneen kondomiiniyamii 11 faayidaa dhuunfaaf kanneen oolfatan, yakkicha kanneen raawwatan,…
Muummeen Ministiraa Dhaabbata Tajaajila Poostaa Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)– Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Dhaabbata Tajaajilaa Poostaa Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin…
Hojiilee hirmaannaa diyaaspooraa cimsan gaggeessuuf qophiidha-Biiricha
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015(FBC)- Tajaajilli Diyaaspooraa Ityoophiyaa gaaffilee dhiyeessuu bu’uureffachuun hojiilee hirmaannaa hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa diyaaspooraa cimsan…