Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koomishinarri Olaanaa Mirgoota Namoomaa mana hojii Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)– Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Koomishinarri Olaanaa Mirgoota Namoomaa fi Bakka Bu’aa Naannawaa Gaanfa Afrikaa Gamtaa Afriikaa Maarseel Akpoovoo mana…
Karoora bu’aalee misoomaa magaalattiitti hojiirra oolanirratti mari’atame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Hoggantoonni olaanoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee karoora bu’aalee misoomaa magaalattiitti hojiirra oolanirratti mari’ataniiru.
Waltajjii…
Fiigicha daandiirraa guyyaa borii gaggeeffamuun daandileen cufaman ifooman
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Fiigicha daandiirraa Kilabaa Ispoortii Bunaa Ityoophiyaan qophaa’ee guyyaa borii Finfinneetti gaggeeffamu nagaan akka xumuramuuf qaamoleen nageenyaa qophii…
Misooma jallisiif addatti gorsitootaa fi kontiraaktaroota damechaa barbaachisa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Akkuma dameewwan misoomaa biroo gorsitootaa fi kontiraaktaroota damee misooma jallisii qofatti qabaachuun akka barbaachisu Ministeerri Jallisii fi…
Waliigaltee mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame ni deeggarra–Mana Marichaa
Finfinne, Sadaasa 3, 2015 (FBC)-Waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame kan deeggaru ta’uu Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa beeksise.…
Meeshaaleen koontirobaandii Birri miiliyoona 140 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) –Meeshaaleen koontirobaandii Birrii miiliyoona 140 olitti tilmaamaman to’annoo jala olchuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi Onkololeessaa…
Hidhattoonni nagaan hawaasatti akka makaman taasisuuf Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa akka…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Humnoonni hidhatan hidhannoo hiikkatanii hawaasatti akka makaman kan taasisu Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa akka hundaa’uu Manni Maree Ministirootaa…
Piroofeesar Masfiin Ar’ayaa Ityoophiyatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Koomishinaarri Koomishii Marii Biyyaalessaa Masfiin Ar’ayaa Ityoophiyatti Ambaasaaddara Raashiyaa Yiviineen Terekiin waliin mari’ataniiru.
Embaasiin…
Yuunivarsiitiin Walloo baratoota kuma 1 fi 394 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Walloo baratoota muummee garaagaraattiin barsiisaa ture kuma 1fi 394 guyyaa har’aa ebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi baratoota idilee,…
Tapha Piriimerliigichaa torbee 7ffaan taphoonni 4 yeroo hinmurteeffamneef dheeratan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Tapha Piriimer Liigii Beetkiingi torbee 7ffaan taphoonni 4 yeroo hinmurtoofneef dheereffamuun ibsame.
Taphoonni kunneenis, haala qilleensaa Dirree…