Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kooriidaaroonni deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraay hundi banamuun ibsame
Finfinne, Sadaasa 2, 2015 (FBC)- Kooriidaroonni deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraay geessuu hundi banamuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Ityoophiyaa beeksise.
Deeggarsichi daandii…
Obbo Tamasgeen Xurunee gitaa isaanii Somaaliyaa waliiin nageenyaa naannawaa mirkaneessuurratti…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Daayrektara Olaanaa Eejensii Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa Obbo Tamasgeen Xurunee gita isaanii Somaaliyaa Mahaadii Saalaad walin mari’ataniiru.…
Hoggansi ittigaafatamummaa uummataafi mootummaan itti laatame kutannoon ba’achuu qaba- Obbo Ordiin…
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Hoggansi ittigaafatamummaa uummataafi mootummaan itti laatame kutannoon ba’achuu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin yaadachiisan.…
Obbo Dammaqaa Makooniin Dubaayitti Waajjira Jeneraala Qonsilaa Ityoophiyaa dawwatan
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makooniin Dubaayitti Waajjira Jeneraala Qonsilaa Ityoophiyaa dawwataniiru.…
MM Abiy Ahimad agarsiisa Albuudaa Idil Addunyaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Albuudaafi teekinooloojii "MINTEX" Idil Addunyaa guyyaa kaleessaa baname daawwatan.
Agarsiisichi guyyaa…
Laabiraatoorii Albuudaa ijaaruuf waliigalteen Birrii biiliyoona 2.6 mallatteeffame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Laabiraatoorii Madaallii fi Qorannoo Albuudaa ijaarsisuuf waliigalteen Birrii biiliyoona 2.6 mallatteeffame.
Waliigaltichaas dhaabbata ‘SGS Group’ fi…
Hojiileen kominikeeshinii qajeeltowwan waliigaltee nageenyaa kabajuun hojjetamuu qabu –…
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waqtaawaarratti hoggantootaa Biiroolee Kominikeeshinii naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin mari’ateera.…
Bilbilaan burjaajessitootaarraa hawaasni akka of eeggatu hubachiifame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Bilbila bilbiluun tooftaa burjaajessaa garaagaraa fayyadamuun namoonni yakka raawwatan jiraachuu hubachuun hawaasni of eeggannoo akka taasisu Poolisiin…
Magaalota Oromiyaatti kenniinsi tajaajilaa rakkoo hammaataa fi yaaddeessaa ta’uu himame
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) - Magaalota Oromiyaa keessatti kenniinsi tajaajilaa rakkoo walxaxaa qabaachuu fi yaadeessaa ta'uu himameera.
Rakkoo kenna tajaajila magaalota Oromiyaa…
Ejensichi tajaajiloota dhorkamanii turan eegaluun dura maxxansaaleerratti jijjiirama taasisuu…
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Ejensiin Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa Magaalaa Finfinnee tajaajiloota dhorkamanii turan eegaluun dura maxxansaaleerratti jijjiirama taasisuu beeksise.…