Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ejensichi tajaajiloota dhorkamanii turan eegaluun dura maxxansaaleerratti jijjiirama taasisuu…
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Ejensiin Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa Magaalaa Finfinnee tajaajiloota dhorkamanii turan eegaluun dura maxxansaaleerratti jijjiirama taasisuu beeksise.…
Ogeeyyi damee fayyaa hojmaataa qorannoon deeggaramaniin tumsuun damechaaf faayidaa olaanaa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)–Hojmaata qorannoon deeggaraman diriirsuun ogeeyyi damee fayyaa tumsuun bu’aa qabeessummaa damechaaf faayidaan qabaatu olaanaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Hoggantoonni olaanoon naannoo Somaalee haala yeroorratti mari’ataa jiru
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon naannoo Somaalee dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’ataa jiraachuu ibsame.
Marii kanarratti Itti aanaan pireezidaantii naannichaa…
Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Yuunivarsiitiiwwan garaagaraa waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Yuunivarsiitiiwwan naannawaa horsiise bultootaafi gariin horsiise bultootaatti argaman waliin mari’achaa jira.…
Sagantaa cufiinsa nyaataa manneen barnootaa fi jalqabsiisi pirojekti haaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Sagantaan cufiinsa nyaataa manneen barnootaa hunda galeessaa biyya keessaa fi jalqabsiisa pirojektii haaraa gaggeeffamaa jira.
“Global Partnership For…
Gamaaggamni Raawwii hojii kurmaana 1ffaa Godinaalee Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2015 Waajjiraalee Godinaa fi bulchiinsa Magaalotaa Adaamatti gaggeeffamaa jira.
Hanqinaafi ciminaa mul’atan…
Hospitaalli Xiqur Anbassaa xiyyeeffannoo tajaajila isaa madaalu hin arganne jedhame
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Hospitaalli Xiqur Anbassaa xiyyeeffannoo tajaajila isaa madaalu kan hin arganne ta’uu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Misooma…
Lammiilee buqqa’aniif deeggarsi uffaanaa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasifame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa lammiilee buqqa’anii Bulchiinsa Godina Sablammii Waagimiraatti argamaniif deeggarsa uffannaalee Biirri…
Pilaaniin Hogganamuu Dhabuun Magaalotaa Qisaasama qabeenyaa fi Rakkoo Bulchiinsa Gaariif Magaalota…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Pilaaniin Hogganamuu Dhabuun Magaalotaa Qisaasama qabeenyaa fi Rakkoo Bulchiinsa Gaariif Magaalota saaxiluu Inistiityuutiin Pilaanii magaaloota Oromiyaa…
Ministeerri Haqaa fi Poolisiin Magaala Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Ministeerri Haqaa fi Poolisiin Magaala Finfinne dhimmoota waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee mallateessaniiru.
Ministir Deetaan Ministeeraa…