Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Haqaa fi Poolisiin Magaala Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Ministeerri Haqaa fi Poolisiin Magaala Finfinne dhimmoota waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee mallateessaniiru.
Ministir Deetaan Ministeeraa…
Jilli Obbo Musxaafeen durfamu bufata godaantoota Godina liban daawwatee
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafeen Mahaammadiin durfamu Godinaa Liban bufaata godaantoota Babolimoyuu Malikadiidoo keessatti argaman…
Ityoophiyaan bara 2030’tti lafa manca’ee hektaara miiliyoona 22 dabalataan deebistee…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC)–Ityoophiyaan hanga bara 2030'tti lafa manca’e hektaara miiliyoona 22 dabalataan deebistee bosonaan uwwisuuf karoorfattee hojjechaa jiraachuu Muummeen…
Ityoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf kutannoo qabdu waltajjii addunyaatti mul’iste
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan sagantaa Ashaaraa Magariisaan jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf kutannoo qabdu yaa’ii jijjiirama qabeenyaa qillleensaa Dhabbata…
Jallisii marsaa 1ffaan hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 100 fi kumni 29 sanyii qamadiin uwwifame…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti misooma jallisii marsaa 1ffaan hanga ammaatti lafti hektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 29 fi 159 sanyii Qamadiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa…
Rakkoolee hojii dhabdummaa furuuf miseensonni manneen maree qindoominaan hojjechuu barbaachisa-Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Rakkoo hojii dhabdummaa furuuf miseensonni manneen maree qindoominaan hojjechuu barbaachisa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti iddoolee miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Yuuroo miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti tajaajiloota Fayyaa sababa waraanaan adda citan deebisanii hojii eegalchiisuuf kan oolu Yuuroo miiliyoona 31.5 deeggarsa…
Shakkamtoonni lakkooftuu ibsaa seeraan alaa galchuuf yaalan qabaman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni lakkooftuu ibsaa seeraan alaa galchuuf yaalan harkaa fi harkatti to’annoo jala oolfaman.
Shakkamtoonni kunneen lakkooftuu ibsaa abbaa…
Nageenya hawaasa naannoolee ollaa mirkaneessuuf waliigalame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Nageenya hawaasa naannoolee ollaa Oromiyaa fi Sabaa fi Sablammoota Kibbaa caalmaatti mirkaneessuuf waliigalame.
Waltajjiin marii nageenya waloo…
Naannawaa daldala walabaa Dirree Dhawaa bu’aa qabeessa taasisuuf waloon hojjechuuf waliigalame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Koorporeeshiniin Misoomaa Paarkiiwwan Indaastirii Bulchiinsaa Magaalaa Dirree Dhawaa waliin ta’uun naannawicha bu’aa qabeessaa taasisuuf waliigalan.…