Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hambaalee Seenaa fi Iddoowwan Hawwata Turiziimii Madda Diinagdee Biyyaa gochuuf Hojjatamaa jira –…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Hambaalee Seenaa fi Iddoolee Hawwata Turiziimii jiran Kunuunsuun Madda Diinagdee Biyyaa gochuuf Xiyyeeffannoon Hojjatamaa jiraachuuBiiroon Aadaa fi…
Aadde Adaanech Abeebee miseensota boordii Daandii Qilleensaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Kantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee miseensotaa boordii fi hojii raawwachiistotaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa waliin…
Guyyaan dargaggoota Afrikaa Yuunivarsiitii Aarbaa Mincitti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Guyyaan dargaggoota Afrikaa 16ffaan Yuunivarsiitii Aarbaa Mincitti kabajameera.
Barreeffamni barnootaa fi namuusa dargaggootaa jedhu dhiyaachuun mariin…
Komishinar Laliseen Ityoophiyaatti Konsulara Daldalaa Embaasii Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Konsulara Embaasii Turkii Xaahaa Alpireen waliin mari’ataniiru.
Marii…
Deeggarsa namoomaa saffisaan qaqqabsiisuuf gareen 4 hundaa’uun hojii eegale – TKM
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Deeggarsa namoomaa saffisaan qaqqabsiisuuf gareen 4 hundaa’ee hojii eegaluu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksise.
Komishiniin Hoggansa Sodaa…
Maaster Pilaaniin Geejjibaa fi Loojistiksii Biyyaalessaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Waggootaan 30’n dhufan hojiirra kan oolu Master Pilaaniin Geejjibaa fi Loojistiksii Biyyaalessaa har’a ifoomeera.
Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Gargaaraan Daayrektaraa ‘FBI’ Ministir Deetaa Ministeera Haqaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Gargaaraan Daayrektaraa Biiroo Qorannoo Yakkaa Federaalaa Ameerikaa (FBI) Raayimandi Duuddaa Ministiri Deetaa Ministeera Haqaa Alamaantee Aggidawu waliin…
Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa yaa’ii addaa gaggeessa jira
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa yaa’ii addaa gaggeessa jira.
Yaa’icharratti, bakka bu’oonni naannolee hirmaachaa kan jiran yoo…
Ityoophiyaan qabeenya albuudaa qabdu beeksiisuuf hojii baay’eetu irraa eegama – Pireezidaanti…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan qabeenya albuudaa qabdu beeksiisuuf hojii baay’eetu irraa eegama jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Agarsiifni Albuudaa fi…
Magaalaa Finfinneetti tajaajilli Waraqaa eenyummaa haaromsuu eegalame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan 4 f addaan citee kan ture tajaajilli waraqaa eenyumma haaromsuu har’a eegaleera.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee haaromsa…