Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti tajaajilli Waraqaa eenyummaa haaromsuu eegalame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan 4 f addaan citee kan ture tajaajilli waraqaa eenyumma haaromsuu har’a eegaleera.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee haaromsa…
Agarsiifni Albuudaa idil addunyaa baname
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Agarsiifni Albuudaa idil addunyaa "Mintex” Finfinnee galma barkumeetti banameera.
Sirna baniinsa agarsiisaa kanarratti Pireezidaantii FDRI Saahilawarq…
Jilli Aadde Saa’adaan durfamu buufata biqiltuu Moojootti qophii biqiltuuwwanii daawwate
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Jilli Af-yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Saa'adaa Abduramaan durfamu buufata biqiltuu Moojootti qophii biqiltuuwwan garaagaraa daawwateera.
Ayyaanni…
Waliigaltee nageenyaan Ityoophiyaan injifannoo dippiloomaasii gonfatteetti- Hayyoota
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffameen Ityoophiyaan injifannoo dippiloomaasii gonfatteechuu hayyoonni ibsan.…
Obbo Awwal Aarbaan aanaa Awusii Rasuu Duubtiitti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan aanaa Awusii Rasuu Duubtiitti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan.
Obbo Awwal aanichatti…
Jiraattonni magaalota Dhummuugaafi Allaamaaxaa tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluu isaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Jiraattonni magaalota Dhummuugaafi Allaamaaxaa tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluu isaatti gammaduu ibsaniiru.
Mootummaa federaalaafi…
Ittaanaan Diiviizhinii Oppireeshinii Idil Addunyaa “USA FBI” Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Ittaanaan Diiviizhinii Oppireeshinii Idil Addunyaa “USA FBI” Reeymoond Duudaafi Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Mootummaa Ameerikaa…
Jilli Daayrektara Olaanaa Ejensii Nageenya Odeeffannoo Soomaaliyaan durfamu magaalaa Finfinnee gale
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Jilli Daayrektara Olaanaa Ejensii Nageenya Odeeffannoo Soomaaliyaa Mahaadi Mohaammadiin durfamu magaalaa Finfinnee galu Tajaajilli Nageenya…
Komishinichi naannoo Amaaraa fi Tigraayitti lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 342…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Amaaraa fi Tigraayitti lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 342.4…
Tulluu Bollootti manneen jireenyaa 42 baajata mana qopheessaan ijaarraman fayyadamtootaaf dabarfaman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Tulluu Bollootti manneen jireenyaa 42 baajata mana qopheessaa magaalichaa Birrii miiliyoona 13’n ijaaraman fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.…