Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Tuurizimii Naannoo Oromiyaatti Kabajamaa Jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa naannoo Oromiyatti yeroo 18ffaaf magaalaa Hararitti kabajamaa jira.
Guyyichi walta'iinsa Biiroo Aadaafi…
Daandiin Aspaaltii magaalaa Alii baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaarame xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) - Piroojektiin daandii aspaaltii konkiriitii riqicha Waabee magaalaa Alii baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaarame xumuramuu ibsame.
Daandichi…
Haala hariiroo daldalaafi invastimantii Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa cimsuun danda’amu irratti…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Dooktar Fahaad Alhuumaayidaanii waliin…
Magaalaa Finfinneetti mana barumsaa baasii Birrii miiliyoona 50 ijaaramuuf Kaardinaal…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 13tti mana barumsaa baasii Birrii miiliyoona 50'n ijaaramuuf Kaardinaal Biraanayyasuus dhagaa…
Waliigalticha hordofee hawaasni idil addunyaa deeggarsa taasiisuuf fedhii agarsiisaa jiru –…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Waliigalteen nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasiifame akka milkaa’u hawaasni idil addunyaa deeggarsa barbaachisu taasiisuuf…
Obbo Ristuun Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbata qonnaa fi nyaataa Addunyaa Misiisi Faaraayi Ziimuudizii…
Obbo Awwal Arbaan Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ityoophiyaatti Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman Heeyook Niitis shiik waliin mari’atan.
Obbo Awwal…
Daandiwwan ijaarsi isaanii sababoota garaagaraan adda citanii turan eegalaman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Daandiwwan ijaarsi isaanii sababoota garaagaraan adda citanii turan eegalamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.
Haaluma kanaan…
Dargaggoonni Afrikaanonni jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf ambaasaaddaroota Arditti ta’anii…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Dargaggoonni Afrikaanonni jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf ambaasaaddaroota Arditti ta’anii hojjechuu qabu jechuun Ministirri Ministeera Dhimma…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee murteewwan dabarse
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 5ffaa har’a gaggeesseen murteewwan garaagaraa dabarseera.
Haaluma kanaan,…