Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni awwaalchaa Artisti Alii Birraa raawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Sirni Awwaalchaa Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Dirree Dhawaatti raawwatameera.
Artisti Alii Birraa sababa dhukkubaatiin Hospitaalaa…
Alii Birraa dhabuun gaddisiisaa ta’us mul’ataa fi hojiilee isaa itti fufsiisuun imaanaa nurra…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Alii Birraa dhabuun gaddisiisaa ta’us, mul’ataa fi hojiilee isaa itti fufsiisuun imaanaa nurraa eegamuudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo…
Godina Jimmaatti oomisha ruuzii walitti qabuun jalqabame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Godina Jimmaatti oomisha ruuzii waliti qabuun eegalamuu Waajjirrii Qonnaa fi Qabeenya Umamaa godinicha beeksise.
Godinichatti oomishni ruuzii bara…
Yaaliin daddabarsa anniisaa elektirikaa Ityoo- Keeniyaa milkaa’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Yaaliin piroojektii daddabarsa anniisaa elektirikaa Ityoo- Keeniyaa guyyaa har’aa milkaa’inaan eegaluu hojii gaggeessaan Saayitii Piroojektichaa obbo…
Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Artist Alii Birraa magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Artist Alii Birraa magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jira
Reeffa Dooktara Kabajaa Artist Alii Birraaf…
Qamadii gabaa alaatti erguuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015 (FBC)- Qamadii gabaa alaatti erguuf qophii taasisa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Ministeerichi akkataa qamadii…
Artisti Alii Birraa mallattoo jaalala biyyaatti-Obbo Agaanyawu Tashaagar
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Abbaan ogummaa aartii hunda galeessi Artisti Alii Birraa “Mallattoo Jaalala Biyyaati” jechuun Afyaa’iin Mana Mare Federeeshinii Aaganyawu Tashaagar…
Magaalaa Sabbataatti Manni Barumsaa Bu’uura Boruu Ganda 07 maqaa Artist Alii Birraatiin…
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Magaalaa Sabbataatti Manni Barumsaa Bu'uura Boruu Ganda 07 maqaa Dooktara Kabajaa Artist Alii Birraatiin moggaafame.
Jilli Ittaanaa Pireezidaantii…
Artist Aliin hojiileesaan nageenyaafi tokkummaa labseera- Obbo Adam Faaraahi
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Artist Aliin hojiileesaan nageenyaafi tokkummaa labseera jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi.
Obbo Adam Faaraahi…
Alii Birraa aduu keenya ta’uun hunda keenya hoo’iseera-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Alii birraa nama Baharraa argame aduu keenya ta’uun, hunda keenya hoo’iseera jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Addee Adaaneech Abeebe.
Sirna…