Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aliin nama ija isaa keessatti biyya isaa kunuunsuudha-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Artisti Alii Birraa nama ija isaa keessatti biyya isaa kunuunsuudha jechuun Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ibsan.
Sirni…
Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraa magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffameera.
Sirna gaggeessaa reeffa…
Afrikaan guddachuuf hariiroon Afrikaanotaa cimuu qaba- Pireezidaanti Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Afrikaan qixa qabeenya uumamaasheen akka guddattuuf hariiroon Afrikaanotaa cimuu qaba jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Pireezidaant…
Yaa’iin Injinariingii Afrikaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Yaa’iin Injinariingii Afrikaa 6ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee…
Alii Birraan galaanaa aartii keessaa nama ogummicha budduqsee ummataan gaheedha-WMI
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)–Dooktarri Kabajaa Alii Birraan aartiin galaana ta’uutti kan amanu, galaana artii keessa ogummaa jiru budduqsee ummataan nama gaheedha jechuun Waldaan…
Sirni gaggeessaa reeffa Artist Alii Birraa Buufata Xiyyaaraa Idi Addunyaa Booleerraa gara…
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Reeffi Artist Alii Birraa magaalaa Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idi Addunyaa Booleerraa gara Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffameera.
Reeffi Artist…
Naannoon Kibba-Lixaa Ityoophiyaa waliigalteen nageenyaa hojiirra oolee nageenyi waaraan akka…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015(FBC)– Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti waliigaltee nageenyaa irraa ga’ame hojiirra oolee nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf deeggarsa barbaachisaa…
Oomishaalee meetirik toonii 317.83 sadarkaa gadii ta’an biyyaa keessa akka hinseennee dhorkame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2015 (FBC)– Oomishaalee meetirik toonii 317.83 sadarkaa Ityoophiyaa hinguutne biyya keessa akka hinseenne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsi…
Obbo Dammaqaan boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu…
Mootummaan naannichaa hawaasa miidhaman deebisanii dhaabuuf deeggarsa barbaachisu ni taasisa – Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) – Mootummaan naannoo Gaambeellaa Naannolee waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruuf deeggarsa barbaachisu kan taasisu ta’uu beeksise.
Pireezidaantiin…