Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan sodaa hawaasa idil addunyaaf qaama furmaataa tokko ta’uuf murannoo qabdi- MM Abiy…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Ijipititti gaggeeffamaa jiru cinaatti hoggantoota biyyoota garaagaraa…
Abbootii qabeenyaa eeyyama fudhatanii hojiitti hinseennerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC)- Naannoo Harariitti abboottii qabeenyaa eeyyama invastimantii fudhatanii hojiitti hinseenne 41’rratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Invastimantii,…
MM Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Ijipititti gaggeeffamaa jiru cinaatti hoggantoota biyyoota Afrikaa…
Pireezidaanti Saahilawarq du’aan boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen du’aan boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.
Hojiin isaan dhalootaf dhiisanii…
Obbo Ordiin Badrii Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Haraarii Obbo Ordiin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyuuwaan waliin mari’ataniiru.
Obbo Ordiin…
Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paaleezee waliin mari’atan.…
Mootummaan Ityoophiyaa balaa xiyyaaraa Taanzaaniyaatti mudateen miidhaa qaqqabetti gaddi itti…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa balaa xiyyaaraa Taanzaaniyaatti mudateen miidhaa qaqqabetti gaddi itti dhagahamuu ibseera.
Guyyaa kaleessaa Xiyyaarri…
Ajajoonni Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa fi Hidhattonni ABUT Naayiroobiitti wal argan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Ajajoonni Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa fi Hidhattonni ABUT har’a Naayiroobiitti wal arganiiru.
Akkaataa waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa…
Sirni gaggeessaa reeffa Artisti Alii Birraa boruu raawwata
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Artisti Alii Birraa guyyaa boruu kan raawwatu ta’uu Koreen Waloo Biyyaalessaa beeksise.
Sirni gaggeessaa kunis Finfinnee…
Naannoon Sidaamaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 39 taasise
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC)- Naannoon Sidaamaa Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 39’tti tilmaamuu taasise.
Deeggarsicha kan kennan…