Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti lafa heektaara kuma 200 irratti qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Godina Shawaa Bahaatti lafa heektaara kuma 200 irratti jallisii boneen qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Godinichaa ibse.…
Artiist Alii Birraa galaa dhalootaaf kaa’ee darbeen bara baraan yaadatama – Obbo Fiqaaduu…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) –Artiist Alii Birraa galaa dhalootaaf kaa'ee darbeen bara baraan yaadatama jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Baankileen Garaagaraa Boqochuu Artiist Alii Birraan gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Baankileen Garaagaraa Boqochuu Doktara Kabaja Artiist Alii Birraan gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.
Baankiin Oromiyaa du’aan boqochuu Doktaara…
Rakkooleen nageenyaa naannoo daangaatti uumaman marii hiikamuu qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Rakkooleen nageenyaa naannoo daangaatti uumaman marii fi wal hubannaadhaan hiikamuu akka qaban ibsame.
Rakkoo waldhabdee hawaasa naannoo daangaa…
Biiroon garaagaraa du’aan Boqochuu Artiist Alii Birraan walqabatee ergaa gaddaa dabarsaniiru
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Biirooleen Naannoo Oromiyaa garaagaraa du’aan Boqochuu Artiist Alii Birraan walqabatee ergaa gaddaa dabarsaniiru.
Biiroon Barnootaa naannoo…
Dippiloomaatoonni haala yeroo Addunyaa waliin tarkaanfachuu qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC)- Dippiloomaatooni biyya isaanii bakka bu'anii tajaajilan haala yeroo addunyaa waliin tarkaanfachuu qabu jedhame.
Leenjiin dippiloomaatoota buleeyyii…
Pireezidaantonni naannolee garaagaraa du’aan boqochuu Artist Alii Birraan gadda itti dhagahame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015(FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa du’aan boqochuu Artist Alii Birraan gadda itti dhagahame ibsataniiru.
Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar…
Kantiibaan Finfinnee Aadde Adanech Abeebee boqochuu Aartisti Alii Birraan gaddaa itti dhaga’ame…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adanech Abeebee du’aan boqochuu Aartisti Alii Birraan gaddaa itti dhaga’amee ibsan.
Aadde Adaanech…
Kallacha Aartii Oromoo Aartist Alii Birraa du’aan dhabuun Gaddaa guddaadha-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Utubaa, faajjii Fi Kallacha Aartii Oromoo Dooktara Kabajaa Aartisti Alii Birraa du’aan Dhabuun gaadda guddaadha jechuun Afyaa’iin Caffee Oromiyaa…
Muummeen Ministiraa boqochuu Artisti Alii Birraan gadda isaanitti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Aiy Ahimad boqochuu Artisti Alii Birraan gaddaa isaanitti dhaga’ame ibsan.
“Boqochuu Doktara kabajaa Artisti Alii Birraan…