Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hundee Artii Oromoo Doktora Kabajaa Alii Birraa dhabuun Gadda Guddaadha-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Abbaa sagalee kiiloolee, hunda galeessa hundee Aartii Oromoo Doktora Kabajaa Alii Birraa dhabuun Gadda Guddaadha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Artist Alii Birraa:Mootii Muuziqaa Jaarraa Walakkaa Olii
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Indaastiriin muuziqaa Oromoos ta’e biyyaattii sadarkaa har’a ga’e keessatti maqaan isaa mararfannaan kan ka’u, damechaa keessatti angafummaan kan…
Artisti Alii Birraa boqote
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Artistii gameessii Dooktara Kabajaa Alii Birraa du’aan Addunyaa kanarraa boqote.
Artisti Alii Birraa dhukkubsatee Hospitaala Waliigalaa Adaamaattii…
Pireezidaanti Saahilawarqi Barreessituu Olaantuu CAF Faatima Samuran waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee Barreessituu Olaantuu CAF Faatima Samuran waliin mari’atan.
Barreessituu Olaantuun akkuma kanaan duraa…
Hiriirri “Ityoophiyaa cinaa nan dhaabbadha” Landanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Hiriirri mata duree “Ityoophiyaa cinaa nan dhaabbadha” jedhuun qophaa’e Landan Embaasii Ityoophiyaa fuulduaratti gaggeeffamaa jiraachuun eerame.…
Baaleetti daandiilee Birrii biiliyoona 4.3’n ijaaruuf eegalamanii addaan citan xumuruuf…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Godina Baaleetti daandiilee daandiilee Alii-Agaarfaa-Gobeessaa, Dalloo Sabroo-Jaarraa-Dirree Sheek Huseen, Roobee-Gaasaraa-Birbirsaa Birrii biliyoona…
Yaa’iin jijjiirama qabeenya qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ijibti Shaarmi…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Jijjiirama qabeeya qilleensaa Afrikaarratti kan xiyyeeffate Yaa’iin Jijjiirama Qabeenyaa Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 27ffaan Ijibti…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi jilli isaaniin durfamu Ijibtiin galan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaaniin durfamu Ijibti Shaarm Al-Sheeyik galaniiru.
Muummeen ministira fi jilli isaanii Ijiptiin kan…
Ministeerichi dargaggoota kuma 27 tajaajila hawaasaaf boobbaasuu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Ministeerri nageenyaa dargaggoota hojii tola ooltummaarratti hirmaatan kuma 27 ol marsaa 4'n leenjiisuun tajaajila hawaasaaf akka laatan taasisuu…
Qisaasama oomishaa hambisuun oomishtummaa keenya haa guddifnu-BKO
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Qisaasama oomishaa hambisuun oomishtummaa keenya haa guddifnu jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biirichi, yeroo ammaa oomisha qonnaa…