Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen nageenyaa biyyattiitti nageenyaa fi misooma mirkaneessuuf bu’uura kan kaa’uudha-Naannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Waliigalteen nageenyaa biyyattiitti nageenyaa fi misooma mirkaneessuuf bu’uura kan kaa’u mootummaa fi ummanni gara misoomaatti akka fuulleffatu carraa…
Dhiiga keenyaan Ityoophiyaa bu’uuressine dafqa keenyaan guddisuu qabna-Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Dhiiga keenyaan Ityoophiyaa bu’uuressine dafqa keenyaan guddisuu qabna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa.
Jillii…
Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa “Bu’aalee Misoomaa” gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)-Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa “Bu’aalee Misoomaa” galma miliiniyamiitti gaggeeffameera.
Akkasumas Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee nyaata…
Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan turtii dirree waraanaa baatii 2 booda gara Biiroo isaanitti…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Humna Waraanaa waliigalaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan Waliigaltee nageenyaa ABUTwaliin taasifame hordofee turtii dirree…
Jilli Komishinar Lalisee Dhugaatiin durfamu Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa gaafate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Jilli Komishinii Turizimii Oromiyaa Aadde Lalisee Dhugaatiin durfamu Hospitaala Jeneeraala Adaamaatti argamuun Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa…
Godina Booranaatti Horsiisee Bultoota sababa hongeen qa’ee fi qabeenya isaaniirraa…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Dubluqitti Horsiisee Bultoota sababa hongeen qe'ee fi qabeenya isaaniirraa buqa'aaniif deeggarsi akaakuu garagaraa…
Ityoophiyaa fi Zimbaabuween tumsa dameewwan garaagaraan qaban guddisuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Zimbaabuween tumsa dameewwan Geejjibaa fi bu'uuraalee misoomaan qaban caalmaatti guddisuuf waliigalaniiru.
Zimbaanuweetti…
Aadde Mufariyaat hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Maasteer Kaardii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil jila Pireezidaantii fi hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundweshinii Maasteer Kaardii…
Jibuutiin walta’iinsaa daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti-Hoji…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC)- Jibuutiin walta’iinsaa gama aadaa, afaa fi hariiroo ummaataa fi ummataa akksumas daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaan cimsuuf…
Abbootiin qabeenyaa gaaffii manneenii salphisuuf gahee isaanii akka bahatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC)– Abbootiin qabeenyaa gaaffii manneenii jiraattota Magaalaa Finfinnee salphisuuf gahee isaanii akka bahatan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…