Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin waloo yuunivarsiitiiwwan qorannoo Afrikaa fi Awurooppaa Keepitaawonitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC)– Yaa’iin waloo yuunivarsiitiiwwan qorannoo Afrikaa fi Awurooppaa Afrikaa Kibbaa Keepitaawonitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi keessumaa ajandaawwan,…
MM Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaatti sassaabbii qamadii kilaasteraan misoome eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministeera FDRI Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaatti sassaabbii oomisha qamadii kilaastaraan misoomee eegalchiisaniiru.
Godina Arsii Lixaa…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Abuu Daabiitti Ministiraa Alaa Turkii Meeviiluut Kaashuusooguuluu…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek…
Waliigalticha ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsi kenname
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsi kennameera.…
Godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) –Dhaabbileen garaagaraa Godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi taasiisan.
Dhaabbanni 'World Vision' Godina Baalee Bahaa aanaa…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa hojii kaartaa diroonii babal’isuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa gidduutti hojii kaartaa diroonii babal’isuuf waliigaltee mallattaa’eera.
Ministeerri Bu’uuraalee Misoomaa FDRI fi…
Waldaaleen bifa haaraan gurmaa’anii hojjechuu qabu – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa bifa haaraan gurmaa’anii hojjechuu akka qaban Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin…
Waliigaltee Nageenyaa taasifame hojiirra oolchuuf ni hojjenna – BMNA
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame hojiirra oolchuuf kan hojjetu ta’uu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Afaar…
Birmadummaa dijiitaalaa kabachiisuuf ce’umsi beekumsa teeknooloojii murteessaadha-Obbo Solomoon…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Birmadummaa dijiitaalaa kabachiisuuf tattaaffii taasifamu keessatti ce’umsi beekums teeknooloojii murteessaadha jedhan Daayrektarri Olaanaa Bulchinsa…