Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buna baay’inaafi qulqullinaan oomishuun gabaa biyya keessaafi alaaf dhiheessuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) –Buna baay'inaafi qulqullinaan misoomsuun gabaa biyya keessaafi alaaf dhiheessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Irreechi Malkaa Baaroo boru kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Naannoo Gaambeellaatti Irreecha Malkaa Baaroo boru kabajamu sababeeffachuun magaalaa Gaambeellaatti mariin paanaalii gaggeeffame.
Maricharratti…
Meeshaaleen Teeknooloojii Qonnaa kumni 398 qaraxarraa bilisaan galan -Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) - Meeshaaleen Teeknoolojii qonnaa kumni dhibbi 3 fi Kumni 98 qaraxaa fi Taaksiirraa bilisaan galuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Tattaaffii wabii…
Manni marichaa lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi akka taasifamu waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015(FBC)- Ityoophiyaanonni utuu wal hinqoqqoodin tokkummaadhaan lammiilee Ityoophiyaa waraanaan miidhaman, deebisanii dandamachiisuuf harka diriirsuufii qabna…
Dhaabbileen Nageenya Odeeffannoo Ityoophiyaa fi Somaaliyaa Shororkeessummaa Ittisuuf tumsaan…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) - Dhaabbileen Nageenya Odeeffannoo Ityoophiyaa fi Somaaliyaa Shororkeessummaa Ittisuuf tumsaan hojjechuuf walii galaniiru.
Dhaabbileen kunneen…
Nagaan argamuusaan uummanni kasaaru hin jiru- Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Nagaan argamuusaan uummanni kasaaru hin jiru jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay.
Waggoottan lamaan…
Ityoophiyaan lammiilee Somaaliyaa haleellaan miidhamaniif deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiifte
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee Somaaliyaa haleellaa Shororkeesummaa miidhamaniif deeggarsa meeshaalee yaalaa fi Qorichaalee taasiiseera.
Jilli…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu aanaa Cinaaqsanitti sassaabbii oomisha qamadii daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hoggaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu aanaa Cinaaqsanitti sassaabbii oomisha Qamadii daawwateera.
Jilli…
Adeemsa, bu’aa fi haala waliigaltee nageenyarratti mariin taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Adeemsa, bu’aa fi haala waliigaltee nageenyarratti bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti mariin taasifameera.
Waliigaltee…
Konfiransiin nageenyaa hariiroo sabaafi sablammootaa cimsuu magaalaa Gaambeellaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Konfiransiin nageenyaa hariiroo sabaafi sablammootaa cimsuu irratti xiyyeeffate Naannoo Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti gaggeeffamaa jira.…