Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi dhimmoota bishaanii fi inaarjiirratti Dhaabbataa Misoomaa Neezarlaandii waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa, Hoji Gaggeessaa Dhaabbata Misoomaa Neezarlaandii Saayiman O Koneel,…
Jijjiirama indaastirii fi heddummina diinagdee irratti mariin waloo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015(FBC)-Aanga’oonni olaanoo Gamtaa Afrika jijiirama indaastirii fi heddummina diinagdee irratti Niijeer Niyaamaatti marii waloo gaggeessaa jiru.
Marichi bara…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Yaa’ii qorannoo Yuunivarsiitii Afrikaarratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Yaa’ii Waloo Gamtaa Qorannoo Yuunivarsiitii Afrikaa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Keepitaawonitti gaggeeffamaa jirurratti…
Laallibalaatti tajaajilli Elektirikaa adda citee ture eegale
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Laallibalaatti tajaajilli dhiyeessii Humna Elektirikaa adda citee ture eegaluu ibsameera.
Magaalittiitti walitti bu'iinsa Kaaba…
Mootummaan Chaayinaa waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame dinqisiifate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame kan dinqisiifatu ta'uu beeksiise.
Waliigaltee nageenyaa Mootummaa…
Waliigaltee nageenyaa mallattaa’een kan injifatte Ityoophiyaadha- Pireezidaanti Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallattaa’een kan injifatte Ityoophiyaadha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Antooniyoo Gutareez waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaa dinqisiifatan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti mallatteeffame…
Hiriirri waliigaltee nageenyaa mallatteeffame deeggaru Waashingitan Dc’tti gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) –Ameerikaa magaalaa Waashingitan DC’tti haleellaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame yaadachuufi waliigaltee nageenyaa mootummaa fi ABUT gidduutti taasifame…
Waliigalteen nageenyaa mallatteeffame nageenya Ityoophiyaaf tarkaanfii murteessaadha- Kaanaadaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigalteen nageenyaa Mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffame nageenya Ityoophiyaaf tarkaanfii murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Magaalaa Finfinneetti tajaajilli haaromsa waraqaa eenyummaa Sadaasa 1, 2015 irraa eegalee ni kennama…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli haaromsa waraqaa eenyummaa Sadaasa 1, 2015 irraa eegalee ni kennamuu kan jalqabu ta’uu Sadarkaa Ittaanaa…