Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen nageenyaa galma akka gahuuf mootummaan tattaaffii eegale cimsee itti fufa- Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigalteen nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti taasifame galma akka gahuuf mootummaan tattaaffii eegale cimsee kan itti fufu ta’uu Ministirri…
Waliigaltee nageenyaa taasifame kan dinqisiifatan ta’uu Ministirri Dhimma Alaa Beeljiyeem ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifame kan dinqisiifatan ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Beeljiyeem Haajaa…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa kan deeggaru ta’uu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti mallatteeffame kan deeggaru ta’uu ibse.…
Abunee Maatiyaas waliigaltee nageenyaa taasiifameef ergaa gammachuu dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa Abunee Maatiyaas waliigaltee nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hordofee ergaa…
Afrikaan jala bultii warraqsaa teeknoolojiirra jiraachuu isheef Ityoophiyaan agarsiiftuudha-…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Afrikaan jala bultii warraqsaa teeknoolojiirra jiraachuu isheef Ityoophiyaan agarsiiftuu ta’uu hoggantoonni biyyoota Afrikaa 42 dhufanii gola ambicha…
Jibuutiin waliigaltee Nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame dinqisiifatte
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleen waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame dinqisiifatan.…
Waliigaltich Nageenyaa fi badhaadhina Ityoophiyaaf bu’uura kaa’a – Raashiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Raashiyaan Waliigalteen nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame nageenyaa fi badhaadhina Ityoophiyaaf bu’uura kan kaa’u ta’uu…
MM Abiy Ahimad Magaalaa Arbaa Mincitti duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ jedhamu…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Arbaa Mincitti duula misoomaa 'Yeleemaat Tiruufaat' jedhamu eegalchiisuu ibsan.
'Lemaatiin' riqicha…
Naannoo Hararii fi Somaaleetti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Hararii fi Somaaleetti guyyaan yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame waggaa 2ffaan kabajameera.
Guyyichi naannoo…
Turki waliigaltee mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifame dinqisiifatte
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Turki waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifametti gammaduu ibiste.
Ministeerri Dhimma Alaa Turki ibsa baaseen,…