Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Sulultaa fi aanaa Dugdaatti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa fi Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti guyyaan yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame kabajameera.…
Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Maanguddootaa kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Maanguddootaa magaalaa Buraayyuutti kabajameera.
Ayyaanni manguddoota Naannoo Oromiyaatti yeroo 20ffaaf mata…
Gamtaan Afrikaa deeggarsa nageenya Ityoophiyaaf taasisu cimsee itti fufa- Muusaa Faaqii Maahimaat
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Gamtaan Afrikaa nageenya waaraa Iyoophiyaa mirkaneessuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu Komishinarri Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii…
Adaamaa fi Biiroolee Oromiyaatti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Adaamaa fi Biiroolee Oromiyaatti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame Onkololeessi 24 yaadatameera.
Guyyichi mata…
Pireezidaanti Saahilawarq Pireezidaantii Kootdivaayeer waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Pireezidaantii Kootdivaayeer Alaasaanee Otaaraa waliin mari’ataniiru.
Mari isaaniin hojiilee tumsa…
Magaalaa Finfinneetti guyyaan yaadannoo haleellaa Ajaja Kaabaa irratti rawwatame yaadatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaan yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarratti rawwatame Waggaa 2ffaan mooraa Bulchiinsa magaalichaa…
Waliigaltee Afrikaa kibbaatti taasifameen yaadni Ityoophiyaan dhiyeessite guutummaan guutuutti…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliigaltee Afrikaa kibbaatti taasifameen yaadni Ityoophiyaan dhiyeessite guutummaan guutuutti fudhatamuu…
Naannoo Oromiyaatti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaa magaaloota garaagaraatti guyyaan yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisaa ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 2ffan kabajamaa jira.…
Naannoo Kibbaatti guyyaan haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame yaadatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Uummatoota Kibbaatti guyyaan haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame waagga 2ffan yaadatamaa jira.
Guyyichi Onkololeessaa 24 mata duree…
Guyyaan yaadannoo haleellaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Guyyaan yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame waggaa 2ffaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti yaadatamaa jira.…