Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Har’a Ityoophiyaafi nageenyi injifataniiru – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) –Har’a Ityoophiyaa fi nageenyi injifataniiru jedhan Gorsaan Nageenyaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen.
Mootummaa Ityoophiyaa bakka…
Ityoophiyaatti nagaa buusuuf waliigaltee nageenyaa taasifame Ameerikaan ni tumsiti- Antoonii…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti nagaa buusuuf waliigaltee nageenyaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaan taasifame Ameerikaan kan tumsitu ta’uu Ministirri Ministeera Alaa…
Onkololeessi 24 Guyyaan Yaadannoo haleellaan Raayyaa Ittisaarratti raawwate sirnoota garaagaraan…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame Onkololeessi 24 waggaa 2ffaan sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.…
Naannoo Gambeellaatti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame yaadatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Naannoo Gambellaattii guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatamee waggaa 2ffaan yaadatamaa jiraachuu ibsame.
Guyyichi marii panaalii…
IGAD Ityoophiyaatti nagaa buusuuf waliigaltee nageenyaa taasiifameetti gammaduu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa Ityoophiyaatti nagaa buusuuf waliigaltee nageenyaa taasiifameetti gammaduu ibseera.
Sagaalee dhukaasaa…
Pireezidantiin Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliigalteerra ga’amuutti gammachuu isaanii ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti marii nageenyaa tibbana gaggeeffame hordofee waliigalteerra ga’amuutti Pireezidantiin Mana Maree Gamtaa…
Bu’aan marii nageenyaa Ityoophiyaa fuuldutatti tarkaanfachiisuuf faayidaa olaanaa kan qabudha-MM…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaatti waliigalteen har’a mallatteeffame Ityoophiyaa fuulduratti tarkaanfachiisuuf faayidaa olaanaa…
Pireezidaantiin Keeniyaa mootummaan Ityoophiyaa fi Gareen ABUT waliigalteerra ga’uu isaanii…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon mariin nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti gaggeeffamaa tureen waliigalteerraa ga’uu…
Waliigaltechi sirna heeraa fi faayidaa biyyaalessaa Ityoophiyaa haala kabajeen milkaa’inaan…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)-Waliigaltechi sirna heeraa fi faayidaa biyyaalessa Ityoophiyaa haala kabajeen milkaa’inaan xumurameera jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Ityoo-Teelekoom neetiwoorkii dhaloota 5ffaa(5G) Adaamaatti jalqabsiisuuf
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Ityoo-Teelekoom neetiwoorkii dhaloota 5ffaa(5G) Adaamaatti jalqabsiisuuf ta’uu beeksisse.
Ityoo-Teelekoom sagantaa teekinooloojii neetwoorkii kana…