Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo-Teelekoom neetiwoorkii dhaloota 5ffaa(5G) Adaamaatti jalqabsiisuuf
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Ityoo-Teelekoom neetiwoorkii dhaloota 5ffaa(5G) Adaamaatti jalqabsiisuuf ta’uu beeksisse.
Ityoo-Teelekoom sagantaa teekinooloojii neetwoorkii kana…
Walitti bu’iinsaa Kaabaa nagaan furuuf mariin gaggeeffamaa ture heeraa mootummaa fi faayidaa…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Walitti bu’iinsaa Kaabaa nagaan furuuf mariin gaggeeffamaa ture heeraa mootummaa fi faayidaa biyyaalessaa Ityoophiyaa haala kabajeen xumurameera.…
Jilli Obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu hojiilee misoomaa Magaalaa Arbaaminci daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Jilli Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu hojiilee misoomaa Magaalaa Arbaaminci daawwatan.…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hojiilee misoomaa Aanaa Canchaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hojiilee misoomaa Godina Gaamoo Aanaa Canchaa daawwatan
Aannichaatti dargaggoota waldaa hojii gamtaa hojiilee…
Ministeerri Hojii fi Ogummaa fi Ministeerri Barnootaa sirna barnootaa haaraarratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Ministeerri Hojii fi Ogummaa fi Ministeerri Barnootaa sirna barnootaa haaraarratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalteen…
Wareegama ajaja kaabaa yaadachuun imaanaa keenya ni ba’anna- Raayyaa Ittisa Biyyaa
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Wareegama ajaja kaabaa yaadachuun imaanaa keenya ni ba’anna jedhe Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa.
Ityoophiyaan seenaa ishee keessatti biyyoota…
Guyyaa haleellaan Ajaja Kaabaarratti raawwatame boru Finfinneetti sagantaalee garaagaraan yaadatama…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarratti guyyaa halleellaan raawwatame sagantaalee garagaraan guyyaa borii yaadatamee kan oolu ta’uu Bulchiinsi…
Naannoo Harariitti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwate boru yaadatamee ni oola
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Naannoo Harariitti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatamee guyyaa boruu yaadatamee kan oolu ta’uu Waajjirri Kominikeeshinii…
Itoophiyaan qabeenya uumamaan dhangi’amuushee bakkeewwan argisiisan keessaa tokko Godina…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Biyyi keenya Itoophiyaan qabeenya uumamaa garaagaraatiin dhangi'amuushee bakkeewwan nutti argisiisan keessaa tokko Godina Gofaati jedhan Muummeen…
Godinichatti hawata turizimiirraa galii Birrii miiliyoona 30 argachuuf hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti hawwata turizimii irraa galii Birrii miiliyoona 30 argachuuf hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Aadaa fi Turizimii godinicha…