Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad magaalaa Saawulaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif godina Goofaa magaalaa Saawulaa galan.
Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamuufi…
Humni Elektirikii Ityoophiyaa suphaa fi sakatta’iinsa sararaaf tumsa hawaasa gaafate
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Humni Elektirikii Ityoophiyaa, sararaa dabarsaa humnaa Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaa, Dhidheessaa-Holotaa fi sarara Ityoo-Keeniyaa kuusaa…
Duulli busaa dhabamsiisuu Baatuutti eegale
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Duulli dhibee busaa dhabamsiisuu aanaalee 249 Naannoo Oromiyaatti gaggeessuuf Magaalaa Baatuutti har’a eegalchiifameera.
Torbeen busaa mata duree…
Onkololeessi 24 guyyaa RIB ganame addatti qajeelcha waliigalaa Raayyaa Ittisaatiin yaadatamee…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Gareen shororkeessaatiin guyyaan Raayyaan Ittisa Biyyaa ganamee Onkololeessi 24 Qajeelcha Waliigalaa Raayyaa Ittisaatiin haalaa addaatiin yaadatamee…
Doolaarri kumni 8 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa mana nama dhuunfatti to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Doolaarri kumni 8 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa sakattoo taasiifameen mana nama dhuunfatti to’atame.
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa…
MM Abiy Ahimad magaalaa Aarbaa Minchi galan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif magaalaa Aarbaa Minchi galaniiru.
Jilli isaaniin durfamu kun turtii isaan hojiilee misoomaa…
Afrikaatti faayidaa dargaggootaa mirkaneessuun barbaachisaadha- Dooktar Mulaatuu Tashoomaa
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Afrikaatti walitti hidhamiinsa bu’uuraalee misoomaa qindaa’aa uumuun faayidaa dargaggootaa mirkaneessuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI…
MM Abiy Ahimad maatii hoggantoota biyyoota Afrikaa duraanii tokkummaa Afrikaa fi pan-Afrikaanizimiif…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad maatii hoggantoota biyyoota Afrikaa duraanii tokkummaa Afrikaa fi pan-Afrikaanizimiif gumaachan 17…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa damee Ji’oospeeshaaliin waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa damee Ji’oospeeshaaliin waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi…
Lafa hektaara miiliyoona 1.3 irratti Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf karoorfame –…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Lafa hektaara miiliyoona 1.3 olirratti Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf karoorfamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi raawwii hojii…