Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddu galichi bara kana Qurxummii kuma dhibba 1 ol horsiisuufi jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Inistityuutii Qorannoo Qurxummii Oromiyaatti gidduu galli Qorannoo Qurxummii fi Lubbuu qabeeyyii bishaan keessaa damee Baatuu bara kana Qurxummii…
Dargaggoonni biyyoota Afrikaarraa walitti baba’an Ministeeraa Raayyaa Ittisaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Dargaggoonni biyyoota Afrikaarraa walitti baba’an mana hojii Ministeeraa Raayyaa Ittisaa daawwataniiru.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Maartaa…
Obbo Taaggasaa Caafoon gita isaanii Morookoo waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo gita isaanii Morookoo Afyaa’ii Raachiid Taalbii Al-Alaamiin waliin mari’ataniiru.…
Qonna baranarraa callaa kuntaala miiliyoona 400tu eegama-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Barana akka biyyaatti lafa hektaara miiliyoona 13.4 midhaan gosa garaagaraan uwwifamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 400 ol akka eegamu Ministeerri…
Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii dhaabbata ‘Power For All’ waliin waliigaltee…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Jallisii fi naannawaa gammoojjii dhaabbata ‘‘Power For All’’ waliin pirojektii deeggarsa teekinikaa fi ijaarsa dandeettiif waliigaltee…
Godinni Shawaa Lixaa Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoona 30 walitti qabe
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Godinni Shawaa Lixaa Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoona 30 walitti qabuu beeksise.
Waancaan Hidha Haaromsaa turtii isaa…
GAONF Aanaa Walmaraatti Qamadini jallisiin misoomu eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee, Aanaa Walmaraatti Qamadiin jallisiin misoomu eegalameera.
Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee Aanaa…
To’annoon qoricha ‘Tiraamadool’ cimuufi
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Qoricha ‘Tiraamaadool’ jedhamurratti to’annoo cimsuuf akka ta’e Abbaan Taayitaa Qorichaa fi Nyaataa Ityoophiyaa beeksise.
Abbaan taayitichaa itti…
Itti fayyadama Afaan Dhaloota fi hojiirra oolmaa sirna barnootaa haaraarratti mariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti itti fayyadama Afaan Dhaloota fi hojiirra oolmaa sirna barnootaa haaraarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Shakkamtuun hojjechiistuu ishee haala suukkanneessaan ajjeeste to’atamte
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti shakkamtuun hojjechiistuu ishee haala suukkanneessaan ajjeeste to’atamuu poolisiin magaalichaa ibse.…