Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Siwiidiin Ityoophiyaatti ijaarsa nageenyaa dubartootaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasifte
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Siwiidiin Ityoophiyaatti ijaarsa nageenyaa dubartootaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasisuu ibsame.
Deeggarsichi ijaarsa nageenya waaraa…
Bakkeewwan Allaamaaxaa hanga Qobboo jiran tajaajila elektirikaa argatan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Waraana garee shororkeessaa ABUT baneen miidhaa bu’uuraalee misoomaa elektirikiirra gaheen magaalonni tajaajilli elektrikaa irraa cite ture tajaajila…
Rakkoolee Afrikaa furuuf dandeettii dargaggootaa fayyadamuu barbaachisa- Obbo Adam Faarahi
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Rakkoolee Afrikaa furuuf dandeettii dargaggootaa haalaan fayyadamuu barbaachisa jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi.…
Giddugalli Tajaajila Geejjibaa ‘Ii-Koomersii’ Daandii Qilleensa Ityoophiyaa yeroo dhiyootti hojii…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Giddugalli Tajaajila Geejjibaa I-Koomersii Daandii Qilleensa Ityoophiyaa Doolaara miiliyoona 50 ijaaramaa jiru yeroo dhiyootti hojii kan eegalu ta’uu…
Ityoophiyaatti qonnaan bultoonni miiliyoonni 3.7 kilaastaraan oomishaa jiru jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti qonnaan bultoonni miiliyoonni 3.7 kilaastaraan oomishaa jiraachuu Inistiitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Ityoophiyaa ibse.…
Mootummaan Ityoophiyaa Hindiitti riqiichi jiguun lubbuu namootaa darbeef gaddi tti dhagahamuu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa guyyaa kaleesaa Hindi Bulchiinsa Gujaraatitti riqiichi jiguun lubbuu namootaa darbeef gadda itti dhagahame ibseera.
Guyyaa…
Dhaabbileen fayyaa tajaajila si’ataa ummataaf kennuu qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC)- Fedhii tajaajilaa faayyaa ummataa guutuuf dhaabbileen fayyaa tajaajila si’ataa fi dhaqqabamaa kennuu akka qaban Afyaa’iin caffee oromiyaa Aadde…
Qooda fudhattoota fuuncaa Sona bunaarratti bobba’aan tumsuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC)- Ministeerri Qonnaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Misoomaa Indaastirii (UNIDO) qaamolee fuuncaa sonaa bunaarratti bobba’an tumsuuf…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu magaalaa Adaamaatti Paarkii gadaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Paarkii Gadaa Daawwate.
Paarkiin Gadaa…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu aanaa Lumeetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti hojiilee misooma qonnaa…