Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse – K/J Dammallaash…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota dhaabbata ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’ataniiru.
Hojii dhaabbatichi dameewwan fayyaa,…
Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi hariiroo Immigireeshiinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Neezarlaand hariiroo immigireeshinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Jilli Daayrektera olaantuu…
Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa yaa’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Manni Maree Uummattoota Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 4ffaa bara hojii 4ffaa Marsaa 6ffaa magaalaa Walqixxeetti gaggeessaa jira.…
Ashaaraan Magariisaa fi Tajaajilli Tola Ooltummaa duudhaalee dhalootaaf darbanidha
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa fi Tajaajilli Tola Ooltummaa duudhaalee dhalootaa dhalootatti darbanidha jedhan Ministiroonni.
Hoggantoonni fi Hojjettoonni…
Daandiin qilleensichaa Piroojektoota Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Piroojektoota Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarsise eebbisiise.
Daandiin qilleensichaa kutaalee suphaa…
Godinichatti lafti heektarri kuma 700 ol sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Lixaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafti heektarri kumni 700 fi kumni 16 sanyiin uwwifameera jedhe Waajjirri Qonna Godinichaa.…
Guyyoota itti aananitti bakkeewwan garaagaraa hanga roobaa giddugaleessaafi olaanaa ni argatu-…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa guyyoota itti aananitti bakkeewwan garaagaraa hanga roobaa giddugaleessaafi olaanaa ni argatu jedhe.…
Hidhi Guddicha Haaroomsaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati- Miseensoota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Hidhi Guddicha Haaroomsaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati jedhan Miseensoonni Caffee Oromiyaa.
Hidhi Haaroomsaa tokkummaa fi humni…
Fooyya’iinsa diinagdee gooroo waaressuuf hirmaannaan damee dhuunfaa guddachuu qaba- Obbo Ahimad…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen fooyya’iinsa diinagdee gooroo hojiirra oole waaressuufi hirmaachisaa taasisuuf hirmaannaan damee…