Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa guyyaa boruu Oromiyaatti kabajamu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) - Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa Maraa 20ffaa akka naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu Magaalaa Buleee Horaatti kabajamu…
Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa guyyaa boruu Oromiyaatti kabajamu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) - Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa Maraa 20ffaa akka naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu Magaalaa Buleee Horaatti kabajamu…
Badhaadhina Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’uuf sadarkaa walfakkaataan ariifachuu qabna- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaadhina Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’uuf sadarkaa walfakkaataan ariifachuu qabna jedhan.
Ministirri Muummee…
Har’a beekuun egeree haalaan tilmaamuuf gargaara- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a beekuun egeree ijaaruuf qofa osoo hin taane haalaan tilmaamuuf gargaara jedhan.
Ministirri Muummee…
Naannoo Afaaritti naannawaa dhohiinsi voolkaanoo mudate tasgabbaa’eera- Inistiitiyuuticha
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti naannawaa dhohiinsi voolkaanoo mudate tasgabbaa’eera jedhe Inistiitiyuutiin Ji’ooloojikaalaa Itiyoophiyaa.
Inistiituyuutichi dhohiinsa…
Oromiyaatti bu’aa bosonarraa argamu guddisuuf…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Oromiyaatti mancaatii bosona hir'suun bu'aa argamuu guddisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Abbaan Taayitaa Eegumsaa Naannoo fi Dhaabanni Bosonaa fi…
Guyyaan sabootaa, sablammootaafi uummattootaa tokkummaa sabdaneessummaa Itiyoophiyaa cimsa-…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar guyyaan sabootaa, sablammootaafi uummattootaa tokkummaa sabdaneessummaa Itiyoophiyaa cimsuun…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan dabarse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idiilee 50ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan dabarseera.
1.manni marichaa…
Bulee Horaatti guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattootaa Sababeeffachuun Sosochiin qaamaa…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun magaalaa Bulee Horaatti sosochiin qaamaa fi dorgommiin figiichaa…
Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo Waldaa Aksiyoona Meeshaalee Faayinaasii Addis Kaappitaal eebbisan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo abbaa darbii 11 Waldaa Aksiyoona Meeshaalee Faayinaasii Addis Kaappitaal eebbisaniiru.…