Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paarkiin Michummaa Lakkoofsi 2 hawwata turistii Magaalaa Finfinnee dabaluu keessatti gahee guddaa…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Paarkiin Michummaa Lakkoofsi 2 hawwata turistii Magaalaa Finfinnee dabaluu keessatti gahee guddaa qabaachuu kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Piroojektiin Shaggar miidhagsuu boqonnaa 2ffaan torbee tokkoof bilisaan daawwattootaaf banaa…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Piroojektiin Shaggar miidhagsuu boqonnaa 2ffaa har’a eebbifame torbee tokkoof bilisaan daawwattootaaf banaa ta’uu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Mootummaan hojii egeree biyya ceesisuuf xiyyeeffannaa kenneera – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Mootummaan dhalootaaf hojjechuun hojii biyya ceesisuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Naannoo Tigraay iddoolee bilisa bahanitti mootummaa deeggarsa dhiyeessuu jalqabe
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay iddoolee bilisa bahanitti mootummaa deeggarsa namoomaa fi qorichaalee dhiyeessuu jalqabuu ibsame.
Mootummaan akkuma kanaan duraa…
Irreechi Malkaa Asoosaa kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Naannoo Beenishaangul Gumuz Hora Asoosaatti kabajameera.
Ayyaanichi karaa duudhaasaa eegeen kabajamuu ragaan Biiroo…
Piroojektiin Shaggar Boqonnaa 2ffaan har’a cidha Misirroowwan cimdii 50n ni eebbifama
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Piroojektiin Shaggar Boqonnaa 2ffaan har'a cidha Misirroowwan cimdii 50n kan eebbifamu ta'uu ibsameera.
Piroojektiin Shaggar Boqonnaa 2ffaan…
Dhaabbileen Ityoophiyaa qulqullina oomishaa fi Tajaajilaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu qabu –…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Dhaabbileen Ityoophiyaa guddina biyyaa fi dorgommii idil-addunyaatiif ga’umsa horachuuf qulqullinaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu qabu jedhan…
Piroojektii Bishaan dhugaatii Toogoo Caalee baasii Birrii miiliyoona 500 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Piroojektii Bishaan dhugaatii Toogoo Caalee baasii Birrii miiliyoona 500 ijaaramuuf dhagaan…
MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti qonnaan bultoota qamadii jallisii bonee facaasaa jiran…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaa Luumeetti qonnaan bultoota qamadii jallisii bonee facaasaa jiran daawwataniiru.…