Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Indaastiriiwwan Qonnaa badhaadhina biyyaaf ga’ee olaanaa qabu- Ministeera Indaastirii
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Indaastiriiwwan Qonnaa badhaadhina biyyaaf ga’ee olaanaa qabaachuu Ministeerri Indaastirii ibse.
Magaalaa Hawaasaatti sagantaan Paarkii Qindaa’aa…
MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti oomisha qamadii kilaastaraa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaalee Dudgaafi Booraatti oomisha qamadii kilaastaraan misoomee walitti qabamaa jiru…
Dargaggoonni Afrikaa egeree Afrikaa murteessuuf dandeettii guddaa qabu- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Dargaggoonni Afrikaa egeree Afrikaa murteessuuf dandeettii guddaa qabu jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI…
Yaa’iin Dargaggoota Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Qopheessummaa Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf kan gaggeeffamu Yaa’iin Dargaggoota Afrikaa magaalaa Finfinnee galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa jira.…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Dooktoorota Fayyaa 298 eebbisiisaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Xuqur Anbassaa Dooktoorota Fayyaa 298 eebbisiisaa jira.
Sagantaa eebbaa kanarratti…
Gamtaan Gurmaa’iinsa Diyaaspooraa 17 qaamolee bu’aa marii nageenyaa irratti dhiibbaa hin malle…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Miseensonni Gamtaa Gurmaa’iinsa Diyaaspooraa 17 qaamolee bu’aa marii nageenyaa irratti dhiibbaa hin malle geessisuuf yaalan balaaleffatan.…
Obbo Ristuu Yirdaaw godina Guraagetti qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaawuufi hoggantoonni olaanoon naannichaa biroon godina Guraagetti qamadii…
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa marsaa 4ffaa RIB’f deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa marsaa 4ffaaf deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasiseera.
Deeggarsicha kan kennan Ittaanaan Kantiibaa Magaalichaa…
Dhaabbilee fi namootaa shira diinagdee raawwatanirratti tarkaanfii fudhachuuf qorannoon gaggeeffamaa…
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Seeraan alaa maallaqa daddabarsuu fi shiroota diingdee biroorratti klanneen hirmaatan dhaabbilee fi namoota dhuunfaarratti tarkaanfii seeraa fudhachuuf…
Aadde Adaanach lammiilee Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen dhalattootaa fi lammiilee Ityoophiyaa Ameerikaa Waashiingitan DC fi naannawaa ishee jiraatan…