Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leemmanitti namoonni tiraanisfoormarii hatan to’annoo jala olaan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Godinaa Shawaa Kibbaa Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaa Magaalaa Leemmaanitti tiraanisfoormarii naannawa Awaash Abbuu Guutuu fi Aanaa Sabbataa Awaas…
Kutaa magaalaa Eekkaatti Noottiin Birrii Sobaa kumni 182 ol to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 09tti Noottiin Birrii Sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 82 fi 400 ol to’atameera.
Dabalataan Noottiin…
Namni dhuunfaan Birrii biiliyoona 5 ol karaa seeraan alan sochoosaa ture to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaan Birrii biiliyoona 5 ol karaa seeraan alan sochoosaa ture tumsitootaa isaa 25 waliin to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.…
Simannaan nuuf taasifame kan nutti himameen faalladha – hidhattoota garee ABUT Raayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Simannaan nuuf taasifame kan nutti himameen faalladha jedhan Hidhattoonni garee shororkeessaa ABUT Raayyaa Ittisaaf harka laatan.
Hidhattoonni…
Ministeerichi naannoo Amaaraatti lammiilee buqqa’an dhaabuuf Birrii biiliyoona 1.1 deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Amaaraatti lammiilee buqqa’an dhaabuuf Birrii biiliyoona 1.1 deeggarsa taasiseera.
Deeggarsi…
Godaantoonni Ityoophiyaa 59 Jibuutirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Embaasiin Ityoophiyaa Jibuutiitti argamu dhaabbata Godaantootaa waliin ta’uun torbee kana Godaantoonni Ityoophiyaa 59 gara biyyaa akka deebi’an…
Afaar naannawaa muraasatti hojiin sarara elektirikii deebisanii ijaaruu xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015(FBC)- Aanaalee Naannoo Afaar tajaajilli elektirikii addaan citetti suphaan sararaa, hojiin ijaarsaa fi diriirsi sararaa haaraan xumuramuu tajaajilli…
Namoonni deebii qormaata ministirii kennan jedhaman himataman
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015(FBC)- Qoramtoota qormaataa kutaa 8ffaa irraa maallaqa walitti qabuun deebii qormaataa kan kennan Itti Gaafatamaa mana barumsaa dabalatee namoota shanirratti…
Deeggarsa namoomaas ta’ee eeggumsi nageenya lammiilee mariif hin dhiyaatu – Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenya lammiilee mirkaneessuu fi tajaajila dhiyeessa deeggarsa namoomaarratti ergama heera mootummaan qabu ba’uuf murannoo qabaachuu…
Nadhii Gibeetti nadhii dammaaf gaagurri ammayyaa 2000 raabsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC)- Inisheetiivi misooma dammaa milkeessuuf qonnaan bultootaa Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibee 400’f gaagurri ammayyaa raabsamuun ibsame.
Aanaa Nadhii…