Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nadhii Gibeetti nadhii dammaaf gaagurri ammayyaa 2000 raabsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC)- Inisheetiivi misooma dammaa milkeessuuf qonnaan bultootaa Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibee 400’f gaagurri ammayyaa raabsamuun ibsame.
Aanaa Nadhii…
Godina Walloo Kibbaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aannaa Wagiddiitti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera.
Konkolaataan hojjettoota dhaabbata ijaarsa…
Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa gaggeeffamaa ture…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii Paartiifi Mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa guyyaa sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera.
Gamaaggama raawwii…
Manni Maree Ministirotaa dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 14ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanan manni…
Hoggantoonni Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa misooma qonnaa naannoo Kibbaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa hojii misooma qonnaa naannoo Kibbaa godina Guraagee daawwataniiru.
Hoggantoonni kunneen Godina…
Suphaan sarara elektirikii Qobboo-Allaamaaxaa %50 xumuramuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015(FBC)-Suphaan elektirikii Qobboo hanga Allaamaaxaa gaggeeffamaa jiru %50 xumuramuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksise.
Bu’uuraalee misoomaa…
Biiffaan keemikaalaa ittisaa Shimbirroo Girrisaa gaggeeffamaa Jira-Biiricha
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015(FBC)- Shimbirroo Girrisaan mancaatii oomisha qonnaarraan geesisu hambisuuf biiffaan keemikaalaa gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Obbo Dammaqaa Makonnin hoggantoota Yuuniskoofi Dhaabbata Tumsa Barnootaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin hoggantoota Yuuniskoofi Dhaabbata Tumsa Barnootaa waliin…
Gatii shaqaxaalee tasgabbeessuuf dandeettii biyya keessaa haalaan fayyadamuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Biyyattiitti gatii shaqaxaalee tasgabbeessuuf dandeettii biyya keessaa haalaan fayyadamuun barbaachisaa ta’uu ogeeyyiin diinagdee ibsan.
Ogeeyyiin…
Tarkaanfii fudhatameen hidhattoonni garee shororkeessaa ABUT adda waraanaa hundatti harka kennachaa…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Tarkaanfii Raayyaan Ittisa Biyyaa fudhateen hidhattoonni garee shororkeessaa ABUT adda waraanaa hundatti harka kennachaafi bittinnaa’aa jiraachuu…