Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi kenniinsa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin xumurame – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Adeemsi kenniinsa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Rakkoo bulchiinsaa fi kenniinsa qormaataa…
Jibuutiin Ityoophiyaarraa Qamadii bituuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Jibuutiin Ityoophiyaarraa Qamadii bituuf fedhii qabaachuu Ministeerri Qonnaa biyyattii beeksise.
Ityoophiyaan Damee Qonnaa Jibuutiif oomishaalee…
Midhaan deeggarsa namoomaa hidhattoonni Garee Shororkeessaa ABUT kuusaan kuntaalli kumni 3 ol argame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Midhaan deeggarsa namoomaa hidhattoonni Garee Shororkeessaa ABUT Allaamaaxaatti Mankuusaa fi Mana Baabura Midhaan daaku keessatti kuusaan kuntaalli…
DhMG fooyya’iinsa jaarraa 21ffaa madaalu taasisuu akka qabu Ityoophiyaan waamicha dhiyeessite
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fooyya’iinsa jaarraa 21ffaa madaaluu danda’u taasisuu akka qabu Ityoophiyaan waamicha dhiyeessiteerti.
Bara…
Walga’iin Waloo Ministiroota Ityoo- Jibuutii 16ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Walga’iin Waloo Ministiroota Ityoo- Jibuutii 16ffaan har’a sadarkaa ogeeyyiitti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’iin kun Onkololeessa 15 – 17,2015tti…
Mootummaan nageenya lammiilee eegsisuufi dhiyeessii deeggarsa namoomaa mirkaneessuuf hojjechaa jira-…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Mootummaan nageenya lammiilee eegsisuufi dhiyeessii deeggarsa namoomaa mirkaneessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu Dhaabbata Mootummoota…
Guyyaan Raayyaa Ittisaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisaa sagantaalee garaagaraaan kabajamaa jiraachuu ibsame.
Kitaabni fuula 360 qabu haala duula birmadummaa kabachiisurratti…
Finfinneetti waltajjiin hoggansaa haala waqtaawaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waltajjiin hoggansa olaanoo dhimmoota waqtaawaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi bu’aalee gama diinagdee,…
Yaa’iin waloo Koomishinarootaa Ityoo-Jibuutii 16ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Yaa'iin waloo Koomishinarootaa Ityoo-Jibuutii 16ffaan Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaan qophaa'e Magaalaa Finfinnee hoteela Intar- Leegizhariitti…
Sababa hojiifi hojjetaa walquunnamsiisuun ejensiiwwan sarbama mirga namoomaa raawwatan jiraachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Sababa hojiifi hojjetaa walquunnamsiisuun ejensiiwwan sarbama mirga namoomaa raawwatan jiraachuu Biiroon Hojii Intarpiraayiziifi Misooma Indaastirii…