Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi keenya Ityoophiyaan carraaqii keenyaaf deebii kan ta’uu firii lalisummaa ishee akka nu…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Biyyi keenya Ityoophiyaan carraaqii keenyaaf deebii kan ta'uu firii lalisummaa ishee akka nu quubsitu kan argineedha jedham Muummeen Ministiraa Abiy…
Yuunivarsiitiin Boongaa hojiileen qonnaa gaggeessu fakkeenya kan ta’aniidha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)-Yuunivarsiitiin Boongaa adeemsa baruu fi barsiisuun walqabatee hojiileen qonnaa gaggeessu fakkeenya kan ta’aniidha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Hiriirri giddu seentummaa biyyoota Lixaa mormuu Dirree Dawaatti gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Jiraattonni Magaalaa Dirree Dawaa gidduu seentummaa biyyoota Lixaa mormuu fi deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa argisiisuuf hiriira bahaniiru.…
Manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Akkoo Waajjira Giiftii Dureen ijaaraame eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godina Jimmaatti Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Akkoo Waajjiira Giifti Dureen ijaarame eebbifameera.
Mana barumsichaa Muummee…
Hiriirri har’a Naannoo Oromiyaatti gaggeeffame nagaan xumuramuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Hiriirri mormii gidduu seentummaa alaa fi balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT har'aa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffame nagaan xumuramuun ibsameera.…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balaliistota leenjisa ture 236 eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balaliistota leenjisaa ture 236 eebbisiiseera.
Daandichi waggoottan lamaan darban Akkaadaamii Aviyeesinii Daandii…
Hiriirri mormii giddu seentummaa alaa Magaalaa Finfinnee karaa nagaan gaggeeffamuu bulchiinsi…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Mata duree “Ityoophiyaaf nan dhaabbadhaa; sagalee koo nan dhageessisa” jedhuun hiriirrii ummataa waamame hirmaannaa miliyoonotaan dammaqinaan karaa…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Jimmaan Jiru
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministeeraa FDRI Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiilee misoomaa garaagaraatiif Jimmaan galaniiru.
Muummeen ministeeraa Abiy Ahimad dabalatee…
Hiriirri mormii magaalota Godina Addaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Hiriirri giddu seentummaa alaa mormuu magaalota Godina Addaa Naannawaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Haaluma kanaan hiriirichi Godinichaa…
Hiriirri mormii jiraattotaa Magaalaa Boongaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Jiraattoonni Naannoo Uummattoota Kibbaa Lixaa Ityoophiyaa Godina Kafaa Magaalaa Boongaa dhiibbaa biyyoonni Ityoophiyaarratti taasisaan hirriira ba’uun…