Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaa Godinaalee garaagaraatti hirirri mormii gaggeeffameera
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)-Guyyaa har’aa guutuuu biyyattiitti hiriirri mormii giddu seentummaa biyyoota alaa mormuuf gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, Naannoo Oromiyaa magaalota…
Hiriirri Mormii giddu seentummaa seena alaa biyyoota Lixaa Finfinneetti gaggeeffameera
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Mata duree "Ityoophiyaaf nan dhaabbadha sagalee koo nan dhaggeessisa" jedhuun giddu seentummaa seeraan alaa biyyoota Lixaa mormuuf hiriirri mormii…
Jilli Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu Puuntlaand gale
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu Soomaaliyaa Puuntlaand magaalaa Garoowee galuu ibsame.
Jilichi Puuntilaand…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkaa’inaan xumurameera- TKM
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 milkaa’inaan xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Guddinniifi badhaadhinni…
Dhimma keessoo Ityoophiyaa giddu seenuun fudhatama hinqabu jechuun Manni Maree Waloo Paartilee…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Dhimma keessoo Ityoophiyaa gidduu seenuun adeemsa seeran alaa waan ta’eef, fudhatama hinqabu jechuun Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ibse.…
Obbo Dammaqaa Makonnin haala yeroo biyyaalessaarratti dippiloomaatotaaf ibsa laatan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippiloomaasii teessoo…
Aadde Adaanach Abeebeen Fooramii kantiibotaa Idil Addunyaa C40 irratti muuxannoo Ityoophiyaa qoodan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Fooramii kantiibotaa Idil Addunyaa C40 Arjantiinaa magaalaa Boonas Ayirasitti gaggeeffamaa…
Yakkamaan Haayimaanot Badhaadhaa ajjeese hidhaa cimaa waggaa 25’n adabame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Barattuu digirii 2ffaa Hospitaalaa Xiqur Ambassaa kan turte Haayimaanot Badhaadhaarratti yakka ajjeechaa raawwachuun lubbuun ishee akka darbu kan…
Barattoonni Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan gara maatii isaanii deebi’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Barattoonni Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan gara maatii isaanii deebi’aa jiraachuu ibsame.
Barattoonni Yuunivarsiitii…
Naannolee garaagaraatti hiriirri gidduu seentummaa alaa mormuu borurraa eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Naannolee garaagaraatti hiriirri dhiibbaa fi gidduu seentummaa alaa mormuu boru irraa eegalee ni gaggeeffama.
Haaluma kanaan, Naannoo Oromiyaa,…