Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaaf barattoota Saayinsii Uumamaaf kennamaa ture xumurameera.
Qormaanni kun yeroo jalqabaaf…
Obbo Awwal Arbaan Ministira Misoomaa Ingilz waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ministira Ministeera Misoomaa Ingilz Viikii Foord waliin mari’atan.
Mariisaaniin, haala namoomaa…
Godina Baalee Bahaatti paampiiwwan 600 waldaaleef raabsame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Waajjirri Misooma Jalliisii fi Horsiisee Bultootaa Godina Baalee Bahaa paampiiwwan mootoraa 600 waldaalee 600f raabseera.
Itti Gaafatamaan…
Hiriirri deeggarsaa Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamu nagaan akka xumuramuuf qophiin xumuramuu…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Hiriirri deeggarsaa guyyaa boruu Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamu nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa…
Ityoophiyaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Poolisii Idil Addunyaa 90ffarratti hirmaatte
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Ityoophiyaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbta Poolisii Idil Addunyaa (Interpol) 90ffaa Hindi Magaalaa Niwdeelhiitti gaggeeffamerratti hirmaatteetti.…
Balaawwaniin lammiilee Naannoo Kibbaa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 320 taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa balaawwan uumamaa fi namtolcheen lammiilee Naannoo Kibbaarraa buqqa’an deebisanii dandamachiisuuf…
Sararri daddabarsa anniisaa Ityoo-Keeniyaa torban lama booda hojii ni eegala jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Sararri daddabarsa anniisaa eletirikaa Ityoo-Keeniyaa abbaan kiiloovooltii 500 torbanoota lamaan dhufanitti hojii kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa…
Ijaarsi pirojektii sarara elektirikii Ityoo-Jibuutii 2ffaan eegale
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Ijaarsi pirojektii sarara fi buufata raabsaa anniisaa elektirikii abbaa kiiloovooltii 230 Ityoo-jibuutii 2ffaan eegalame.
Hoji Gaggeessaa Olaanaan…
Gabaasni Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Gabaasa Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru qulqullaa'aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa…
Kaffaltoota gibiraa adda dureef sirni beekamtii fi badhaasa kennuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)–Ministeerri Galiiwwanii marsaa 4ffaaf sadarkaa federaalaatti kaffaltoota gibiraa adda dureef sagantaa beekamtii fi badhaasa kennuu gaggeessaa jira.…