Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi murtee ummataa Naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf qophii xumuruu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Kibbaa godinaalee ja’aa fi aanaalee addaa shanitti murtee ummataa gaggeeffamuuf qophii barbaachisaa taasisuu…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad mana barnootaa kennaa addaa eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Buraayyuutti kan ijaarame Mana Barnootaa Kennaa Addaa eebbisiisaniiru.
Manni barnootichaa lammiileen…
Giddu seentummaa alaa mormuuf Sanbata dhufu Finfinneetti hiriirri ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– “Ityoophiyaaf nan dhaabbadha; sagalee koo nan dhageessisa”mata duree jedhuun giddu seentummaa seeraan alaa biyyoota Lixaa mormuuf hiriirri ummataa…
Hiriirri mormii Biraasalsitti gaggeefamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Biyyoonni Lixaa dhimma Ityoophiyaa keessaa haa bahan jechuun hiriirri mormii Beeljiyam Biraasalsiitti gaggeeffamaa jira.
Hiriira mormii Koomishinii…
Giddu seentummaa alaa mormuuf Sanbata dhufu Finfinneetti hiriirri ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– “Ityoophiyaaf nan dhaabbadha; sagalee koo nan dhageessisa”mata duree jedhuun giddu seentummaa seeraan alaa biyyoota Lixaa mormuuf hiriirri ummataa…
Lammiileen Ityoophiyaa 79 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Embaasiin Ityoophiyaa Jibuuttitti argamuu Dhaabbata Godaantoota Idil-Addunyaa waliin ta’uun Lammiileen Ityoophiyaa 79 Jibbuuttirraa gara biyyaatti…
Bu’aa diinagdee teeknooloojiirraa fayyadamuuf ogeeyyii damichaan beekumsa qaban horachuun…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Bu'aa diinagdee teeknooloojiirraa fayyadamuuf ogeeyyii damichaan beekumsa gahaa qaban horachuun dirqama jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Muummeen Ministiraa Somaaliyaa daawwanaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdii daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Jilli Muummee Ministiraa…
Manni marichaa wixineewwan labsii 3 koree dhaabbiif qajeelche
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa dabalatee wixineewwan labsii 3 koree dhaabbiif qajeelcheera.…
Waraqaan qabiyyee lafaa hektaara kuma 424 horsiisee bultootaaf kenname
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Waraqaan qabiyyee lafaa hektaara kuma 424 horsiisee bultootaa Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu fi Saawweenaaf kennamuu Biiroon Lafaa Oromiyaa ibse.…