Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaan Finfinnee dorgommii idil addunyaa sirna balfa gogaa gaasiiwwan miidhaa qaqqabsiisaan…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaan Finfinnee dorgommii idil addunyaa fooramii Kantibaalee C 40 gidduutti sirna balfa gogaa gaasiiwwan miidhaa qaqqabsiisaan dhabamsiisuu…
“Diinagdee dam-daneessa ijaaruun madda saaxilamummaa keenyaa maqsuun itti gaafatama dhaloota…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – "Diinagdee dam-daneessa ijaaruun madda saaxilamummaa keenyaa maqsuun itti gaafatama dhaloota har'aati." Jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa…
Marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan gaggeffamuurratti mootummaan hirmaachuuf qophii ta’uun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Mariin nageenyaa Gamtaa Afrikaan hogganamuurratti hirmaachuuf mootummaan qophii ta’uu Gorsaan Nageenyaa Biyyaalessaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar…
Pirojektiin Shaggar boqonnaa 2ffaan misirroowwan cimdii 50’n eebbifamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)- Finfinnee jireenyaaf mijattuu taasisuu fi hawwattummaa maqaa isheen gitu akka qabaattuuf kayyeeffatamee kan hojjetamaa ture Pirojektiin Shaggar…
Manni Marichaa har’a walga’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa ni gaggeessa.
Walga’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa mana maree bakka…
Naannolee garaagaraatti mariin haala yeroo irratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Naannolee garaagaraatti waltajjiin marii sanada marii “Dhiigaan kan kabajame, Dafqaan kan walitti hidhame” jedhurratti gaggeeffameera.…
Korporeeshiniin Manneen Federaalaafi Ityoo- Telekoom dhimmoota walta’iinsaan hojjechuu…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Korporeeshiniin Manneen Federaalaafi Ityoo- Telekoom dhimmoota garaagaraa tumsaan waliin hojjechuu danda’anirratti waliifgaluu ibsame.
Akkaataa…
Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Boonas Ayiras gale
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Fooramii Kantiibota Addunyaa C40 irratti hirmaachuuf Arjantiinaa Boonas Ayiras…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Misoomaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Misoomaa Ingiliz Viikii Foord waliin…
Naannoo Tigiraay naannawaa ABUT jalaa walaba ba’anitti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf qophii…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Naannoo Tigiraay naannawaa garee shororkeessaa ABUT jalaa walaba ba’anitti deeggarsa namoomaa saffisaan akka qaqqabuu taasisuuf qophii gahaan…