Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen Ministira Misoomaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Misoomaa Ingiliz Viikii Foord waliin mari’atan.
Mariisaaniin, haala yeroo Ityoophiyaa,…
Rakkoolee waaraan furuuf harki nageenyaa mootummaa hin kottoonfatu- Obbo Adam Faarahi
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Rakkoolee Ityoophiyaatti mul’atan waaraan furuuf harki nageenyaa mootummaa kan hin kottoonfanne ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa …
Boordiin Filannoo Biyyaalessaafi Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa sanada waliigaltee…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaafi Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa sanada waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame.
Waliigalticha…
Beeyladootaa fi meeshaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 27’tti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Seeraan alaa biyyaa baafamuuf kan turaan beeyladoota Birrii miiliyoona 20 fi meeshaalee kontirobaandii Birrii miiliyoona 7’tti tilmaamaman to’atamuu…
Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuz SDUG waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuzii fi naannichaatti hidhannoon kan socho’u Sochiin Diimokiraatawaa Ummata Gumuz rakkoolee mariin furuuf…
Obbo Umar Huseen Daayrektara olaanaa Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Qonnaa Obbo Umar Huseen Fooramii Nyaata Addunyaa cinaatti Daayrektara olaanaa Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa Kuu Doongiyuu…
Warshaa keemikaalaa Awash Malkaasaa dandeetti oomishaa isaa guddisuuf ni hojjenna-Inj. Taakkalaa…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Rakkoolee Warshaa keemikaalaa Awash Malkaasaa furuun daandeetti oomishuu isaa guddisuuf ni hojjenna jechuun Injiinar Taakkalaa Uumaan dubbatan.…
Aadde Adaanech hariiroo magaalotaarratti kantiibota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hariiroo magaalotaarratti kantiibota Magaalaa Riyoo Dejeneeroo, Maamilaanii fi Paaris waliin…
Ityoophiyaan buna dhandhama addaa egzibiishinii idil addunyaarratti beeksiste
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan buna dhandhama addaa egzibiishinii buna dhandhama addaa idil addunyaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jirurratti beeksisuun…
Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Oromiyaaf deeggarsa Birrii biiliyoona 1.5…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Oromiyaaf deeggarsa Birrii biiliyoona 1.5 taasisuu ibsame.
Ministeerichi naannichatti lammilee…