Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan galmee barattoota Kutaa 9ffaafi 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Guyyaan galmee barattoota Kutaa 9ffaafi 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa ifoomuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi bara barnootaa…
Hoggantoonni olaanoo Ministeera Hojii fi Ogummaa Kaabinee Naannoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC) – Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamilin dabalate qondaaltonni olaanoon ministeerichaa, Pireezidaanti Naannoo Kibbaa Obbo…
Obbo Ahimad Shideen Ministira Misoomaa Ingiilizi waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Mallaqaa Obbo Ahimad Shidee Yaa’ii waggaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Mallaqa Addunyaa cinaatti, Ministira Misooma Ingiilizi…
Baankichi Sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuuf dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallateesse
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuuf Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumuruka Ityoophiyaa fi Bulchiinsa Nageenya…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaa abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Injiinar Silashii Baqqalaa fi Ministir Deetaa Ministeeraa Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi abbootii…
Baankichi kaffaltii gatii dadhabbii namoota daddabarsa maallaqa seeraan alaa eeraniif kaffalurratti…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Baankiin Biyyaalessaa kaffaltii gatii dadhabbii namoota daddabarsa maallaqa seeraan alaa eeraniif kaffalurratti ibsa laateera.
Baankichi tibba darbe…
Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Giddu gala Hormaata Gaalaa aanaa Shabaley daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Naannoo Somaalee Godina Faafan aanaa Shabeelayitti Giddu gala Hormaata Gaalaa ammayyaa daawwataniiru.…
Ambaasaaddar Taayyeen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa Idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa…
Iluu Abbaa Boortitti lafa hektaara kuma 35 ol Qamadii Jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti lafa hektaara kuma 35 ol irratti Qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan akka godinichaatti Aanaa Hurrumuutti eegalameera.…
Oomishaalee Ataraa fi Saliixarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol ni eegama – Ministeera…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Bara oomishaa kana Oomishaalee Ataraa fi Saliixarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol kan eegamu ta’uu Ministeera Qonnaa beeksise.
Lafti…