Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti baatiwwan sadan darban haleellaa Saayibaraa kuma 1 fi 600 fashaleessuun danda’amuu…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti baatiwwan sadan darban yaaliwwan haleellaa Saayibaraa kuma 1 fi 600 ol fashaleessuun danda’amuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo…
Naannoo Tigraayitti dhiyeessa deeggarsa namoomaa fi tajaajila eegalchiisuu ilaalchisee ibsa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti dhiyeessa deeggarsa namoomaa fi tajaajila eegalchiisuu ilaalchisee Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa laateera.
Raayyaan…
Finfinneen dorgommii muuxxannoo sagantaa nyaata manneen barnootaa injifatte
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Finfinneen dorgommii muuxxannoo sagantaa nyaataa manneen barnootaa 8ffaa magaalaa Milaanitti magaaloota 133 gidduutti gaggeeffame injifatte.…
Ityoophiyaan marii Raayyaa Ittisaa Afrikaa-Hindirratti hirmaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) –Jilli Ministira Ministeeraa Raayyaa Ittisa Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamu marii Raayyaa Ittisaa Hindi-Afrikaa Guujiraattitti gaggeeffamaa jiru…
Oomisha qamadii Waqtii Gannaa fi Bonaarraa callaan kuntaalli miiliyoonni 100 ol ni eegama – Biiroo…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Komboolchaa ganda Gaalloo…
Jilli Obbo Umar Huseeniin durfamu Fooramii Nyaata Addunyaarratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseeniin durfamu Fooramii Nyaata Addunyaa Xaaliyaanii magaalaa Roomitti gaggeeffamaa jirurratti…
Nageenya amansisaa fiduuf rakkoolee haasawaan hiikuun barbaachisaadha –Obbo Riistuu Yirdaaw
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) -Nageenya amansisaa fiduuf rakkoolee haasawaan furuun barbachisaa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Riistuu Yirdaaw ibsan .
Ministeerri…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Giddugala Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluutti
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, Giddugala Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluutti sanyii filatamaa Muuzii…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu hojiilee Misoomaa Godina Shawaa Bahaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojiilee Misoomaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamii Tulluu daawwateera.…
Manni Marichaa har’a Walga’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a Walga’ii Idilee 1ffaa bara hojii 2ffaa ni gaggeessa.
Manni marichaa walga’ii kanaan walga’ii waloo manneen…