Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Musxafeen Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafeen Mohaammad, Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdii fi jila isaanii waliin mari’ataniiru.
Marii…
Paarkii Gaarreen Baalee ‘UNESCO’tti galmeessuuf mootummaan deeggarsa taasisuuf qophiidha-Pir.…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Paarkii biyyaalessaa Gaarreen Baalee Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmeessuuf hojiin eegalame…
Obbo Saadaat Nashaan Itti Gaafatamaa Damee Quunnamtii Ummataa fi Hariiroo Idil Addunyaa Paartii…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Obbo Saadaat Nashaan Itti Gaafatamaa Damee Quunnamtii Ummataa fi Hariiroo Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa ta’uun muudamaniiru.
Obbo Saadaat…
Paartileen Siyaasaa yeroo kamiiyyuu caalaa tokkummaa fi nageenya biyyaaf hojjechuuf waadaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa garaagaraa Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaa daawwatan.
Hidhaan Guddichi Haaromsa Ityoophiyaa Hidhaa Tokkummaa…
MM Abiy Ahimad Aanaa Xagadeetti Atara Kilaasteraan misoome daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Godina Goondar Aanaa Xagadeetti Atara Kilaasteraan misoome daawwatan.
Sagantaa daawwannaa kanarratti Itti…
Arsii Lixaatti Oomisha kuntaala miiliyoona 13 walitti qabuuf karoorfamera jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Godina Arsii lixaatti Oomisha baranaarraa callaa kuntaala miiliyoona 13 walitti qabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Waajjirrii qonnaa godinicha…
Tarkaanfii Ittisaa Kaaba Ityoophiyaatti fudhatamaa jiru ilaalchise ibsa laatame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Tarkaanfii Ittisaa Kaaba Ityoophiyatati fudhatamaa jiru ilaalchise Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa laatera.
Gareen Shororkeessaa ABUT…
Mootummaan Sudaan gochaalee uummataafi mootummaa Ityoophiyaa miidhan hin deeggaru- Hogganaa Ejensii…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Mootummaan Sudaan gochaalee uummataafi mootummaa Ityoophiyaa miidhan kamiinuu kan hin deeggarre ta’uu Hogganaan Ejensii Odeeffannoo Sudaan Meejer…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa guyyaa Alaabaa kabajan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa guyyaa Alaabaa 15ffaa Mooraa Raayyaa Ittisaa waliigalaatti kabajaniiru.
Sirna kanarratti Ministir Deetaa Ministeera…
Alaabaa tokko jalatti hiriirree imala badhaadhinaa mirkaneessuuf ni hojjenna – Obbo Eeliyaas…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Guyyaan kabaja Alaabaa biyyaaleessaa mata duree ‘Alaabaan Keenya Hedduminaa fi Utubaa Birmadummaa keenyaati’ jedhuun Waajjira Caffee Oromiyaatti…