Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Muummee Ministiraa Somaaliyaan durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa gale.
Jilichi wayita Jigjigaa gahu Pireezidaantii…
Guyyaan Alaabaa Waajiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Guyyaan alaabaa 15ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mooraa Waajiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti bakka hooggantoonnii fi hojjattoonni…
Ambaasaaddar Taayyeen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa Idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa…
Marii biyyaalessaa milkeessuuf waliigalteen gamsadee mallatteeffame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Adeemsi mariin biyyaalessaa akka milkaa’uuf waliigalteen gamsadee mallatteeffame.
Ministeerri Nageenyaa, Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Siiviikii…
Paakistaanitti Embaasiin Ityoophiyaa lammiilee paakistaan balaa lolaan midhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Paakistaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Jamaal Bakar Paakistaan Bulchiinsa Sindiitti lammiilee biyyattii balaa lolaan midhaman kuma 8’f deeggarsa…
Alaabaa dhiiga keenyaan kabachiifne dafqa keenyaa ol ni kaasna-TKM
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Alaabaa dhiiga keenyaan kabachiifne dafqa keenyaa ol ni kaasna jedhe Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa.
Guyyaan Alaabaa 15ffaan guutuu…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daabboo Gondaaritti ijaaramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daabboo waajjira isaaniin Magaalaa Gondaaritti ijaaramaa jiru daawwataniiru.
Warshichi Jiraattota…
Qopheessitoonni Fooramii Xaanaa hirmaattota galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Qopheessitoonni Fooramii Xaanaa 10ffaa hirmaattota galateeffataniiru.
Guyyoota sadiif Magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffamaa kan ture Fooramiin Xaanaa…
Karoorri raawwii diinagdee gooroo kurmaana jalqabaa gamaaggamamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka argamanitti gamaaggamni raawwii karooraa damee diinagdee gooroo kurmaana jalqabaa bara 2015 gaggeeffamaa…
Kolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota 204 eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Hospitaallii Waligalaa fi Kolleejjiin Meedikaala Nageellee Arsii barattoota damee fayyaatiin barsiisaa ture 204 yeroo 2ffaaf eebbisiise.
Sagantaa…