Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Ministira Maallaqaan durfamu Daayrektaroota IMF walii mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Jilli Ministiraa Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durfamu biyyoota garaagaraatti Daayrektaroota Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) walii…
L/J Yilmaa Mardaasaa mana jireenyaa miseensota humna qilleensaaf ijaarame eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Ajajaan Humna Qilleensaa Ityoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan mana jireenya raayyaa humna qilleensaa Qajeelcha Olaanaa Mahaandisummaa…
Obbo Umud Ujuluu yaalii qonna qamadii Mangashii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umud Ujuluu dabalatee, qondaaltota olaanoo mootummaa naannichaa sadarkaa yaaliitti qamadii Godina Maajaangi…
Mojootti boombiiwwan 51 to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Magaalaa Mojootti boombiiwwan 51 shakkamtoota afur waliin to’atamuun eerame.
Boobichi kan to’atame guyyaa har’a gara barii sa’aatii 11:00 hordoffii…
Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa Paarkii Xaanaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa 10ffaa Paarkii Xaanaa keessa sagantaa biqiltuu dhaabuu gaggeessaniiru.
Fooramiin Xaanaa 10ffaan guyyaa…
Guyyaan Alaabaa boru kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Guyyaan Alaabaa biyyaalessaa Wiixataa borii Onkololeessa 7, 2015 sagantaalee garaagaraan akka kabajamuu Manniimaree bakka bu’oota ummataa beeksise.…
Qaamoleen seera baastuu Jimmaatti oomisha ruuzii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Qaamoleen seera baastuu naannolee fi federaalaa Godinaa Jimmaa Aana Shabeetti oyiruu oomisha ruuziin misoome daawwataniiru.
Sagantaa…
Mootummaan Ityoophiyaa Turkitti dhoo’iinsa muudateen miidhaa qaqqabeef gaddi itti…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa Riippaabliika DiimookiraatawaaTurkii bulchiinsa Baartiinitti dhoo'iinsa muudateen miidhaa qaqqabeef gaddi itti dhaga'amuu…
MM Abiy Ahimad magaalaa Goondar galan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Goondar galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gamaaggama raawwii hojii manneen hojii…
Shaashamanneetti suphaa fi ijaarsi manneen harka qalleeyyii 65 eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Magaalaa Shaashamanneetti suphaa fi ijaarsi manneenii harka qalleeyyii Birrii miiliyoona 36 hojjetamuu eegale.
Manneen 65 harka qalleeyyii fi qaama…