Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbileen waamamtootaa Birrii miiliyoona 112 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbileen waamamtootaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 12 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa…
Yuunivarsiitichi hojii baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasummaarratti xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Bahir Daar hojii baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasummaarratti xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI…
Yuunivarsiitiwwan Jimmaa, Salaalee fi Wallaggaa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiwwan Jimmaa, Salaalee fi Wallaggaa barattoota qormaata biyyaalessaa Saayinsii Uumamaa kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru.…
Obbo Dammaqaan Itti aanaa Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa idil…
Yuunivarsiitiiwwan barattoota 12ffaa saayinsii uumamaa qoraman simachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan garaagaara barattoota qormaata 12ffaa saayinsii uumamaa qoraman simachaa jiru.
Yuunivarsiitiin Dambii Doolloo, Walloo, Waldiyaa,…
Agarsiisni baazaarii sanyii filatamaa geggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Agarsiisni baazaarii sanyii filatamaa magaalaa adaamaa Hoteela Karrayyuutti geggeffameera.
Agarsiisni kunis dhaabbata misoomaa Neezarlaandi SNV…
Ministeerichi Seera alummaa sirna daldalaa keessatti mul’atu to’achuuf ogeeyyiin Miidiyaa gahee…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Seera alummaa sirna daldalaa keessatti mul’atu to’achuufi ittisuuf hojii hojjetamu keessatti ogeeyyiin Miidiyaa gahee ogummaa ba'achuu akka qaban…
Raawwiin Qormaata kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa gamaaggamame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Raawwiin Qormaata kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa bakka Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeessar Birihaanuu Naggaan argamutti Waajjira Muummee…
Barsiisonni Qormaata 12ffaa qoruuf Yuunivarsiitii Arsiitti ramadaman hojii misoomaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Barsiisonni Yuuniivarsiitii adda addaarraa qormaata kutaa 12ffaa qoruuf Yuuniivarsiitii Arsiitti ramadaman hojiilee misoomaa mootummaa…
Afrikaa cimtuu ijaaruu jechuun furmaatilee Afrikaa biyya keessaa qopheessuudha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Afrikaa cimtuu ijaaruu jechuun taateewwan tasaa dandamachuu qofa osoo hin taane xiyyeeffannoon karoorsuu fi furmaatilee Afrikaa biyya keessaa…