Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Letanaal Jeneraal Alburihaan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Dura Taa’aan Mana birmadummaa Mootummaa Ce’umsaa Sudaan Letanaan Jeneraal Abdulfattaahi Alburihaan waliin…
Letanaan Jeneraal Alburihaan Fooramii Xaanarratti hirmaachuu Magaalaa Bahir Daar Galan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Dura Taa’aan Mana birmadummaa Mootummaa Ce’umsaa Sudaan Letanaan Jeneraal Abdulfattaahi Alburihaan Fooramii Xaanarratti hirmaachuu Magaalaa Bahir Daar…
Tattaaffii Nageenya mirkaneessuuf taasiifamu keessatti seeraa baaftoonni itti gaafatamummaa isaanii…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Tattaaffii Nageenya mirkaneessuuf taasiifamu keessatti seeraa baaftoonni itti gaafatamummaa isaanii akka bahan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Fooramiin Xaanaa 10ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Fooramiin Xaanaa 10ffaan magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffamuu eegaleera.
Foramichi dhimmoota nageenyaa fi Tasgabbii Afrikaarratti mari’atama…
Pireezidaanti Saahilawarq Giiftii Weeseeks Ingilaand Soofii Raayit Joonsin waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Giiftii Weeseeks Ingilaand Soofii Raayit Joonsin waliin dhimmoota namoomaarratti mari’ataniiru.
Dhimoota…
MM Abiy Ahimad Fooramii Xaanarratti hirmaachuuf Bahaar daar galan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fooramii Xaanarratti hirmaachuuf magaalaa Bahaar daar galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad wayita…
Tajaajilichi Dhaabbilee hojii beetiingii 13 fi herregaa baankii sochoostota isaanii 109 uggure
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Tajaajillii Nageenya Faayinaansii qaamolee yakkoota faayinaansii fi diinagdee raawwatan irratti tarkaanfii fudhatu cimsee itti fufuu beeksise.…
Shaashamanneetti gidaara jigeen lubbuun barataa darbe
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti gidaarri (girgiddaa) daree barnootaa jiguun lubbuun barataa tokko darbe.
Balaan kun kan mudate mana lamaa…
Yaa’iin Waloo Waggaa Manneen Maree Federaalaa fi naannolee boru magaalaa Jimmaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Yaa’iin Waloo Waggaa jalqabaa Manneen Maree Federaalaa fi naannolee boru magaalaa Jimmaatti kan gaggeeffamu ta'uu ibsameera.
Keessummoonni Yaa’ii…
Obbo Zaadig Ministira Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Waajjira Muummee Ministiraatti, Ministirri Qindeessaa Ijaarsaa Sirna Diimokiraasii Obbo Zaadig Abrahaa Ministira Dhimma Alaa fi Qindeessaa Hariiroo…