Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eliin durfamu Imireetota Araba Gamtoomaniitti hojiilee…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Jilli Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eliin durfamu Imireetota Araba Gamtoomanii Abu Daabiitti hojiilee…
Oomishaaleen akaakuu 38 yeroof biyya keessa akka hinseenne dhorkaman
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Oomishaaleen akaakuu 38 sanadni wabii baankii (LC) banameefii biyya keessa akka hinseenne yeroof dhorkaman.
Oomishaaleen kunneen kallattii Koreen…
Fooramiin Misooma Horsiise Bultootaa hundaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Fooramiin Misoomaa Horsiise Bultootaa Ityoophiyaa guyyaa har’aa hundeeffamuu ibsame.
Kaayyoon hundeeffama fooramichaa oomishaafi oomishtummaa…
Hidhi Haaromsaa baatiiwwan sadan darban Giiggaa Waattii 411 maddisiiseera
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Hidhi guddicha Haaromsa Ityoophiyaa baatiiwwan kurmaanaa jalqabaa bara 2015 anniisaa elektirikii sa’aatiitti Giiggaa Waattii 411 maddisiisuu Hoji…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Jarman Kaatiyaa Kool…
Ityoophiyaatti tasgabbiin dhabamuuf deebiin biyyoonni Lixaa kennan dhugaarratti kan bu’uureffate…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Walitti bu’insaa fi tasgabbiin dhabamuu Ityoophiyaa ilaalchisee deebiin biyyoonni Lixaa kennan, dhugaarratti kan bu’uureffate miti jedhan Kanaadaatti…
Dooktar Qana’aa Yaadataan Hogganaa Biiroo Bulchiinsa fi Misooma lafa magaalaa Finfinnee ta’uun…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama hoggantootaa Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebee dhiyeessan raggaasiise.
1.Haaluma kanaan Dooktar…
Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Gola Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Fooramii Xaanaa 10ffaa irratti hirmaachuuf Ityoophiyaa kan jiran Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Gola Ambaa Saayinsii daawwachuu…
Jilli Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa Jibuutii gale
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Obbolummaa Afrikaanotaa Cimsuufi dippiloomaasii misooma magariisaa beeksisuurratti kan kaayyeffate jilli Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa…
Michummaan Ityoo-Chaayinaa daran akka cimuuf Paartiin Badhaadhinaa ni hojjeta- Obbo Adam Faarahi
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Ziihaawoo Ziihuwaan waliin dhimmoota…